Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Finfinneetti taarifa Geejjibaarratti fooyyeessi gatii taasifame
Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) –Biiroon Geejjibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Sirreeffama gatii gurgurtaa boba’aarratti taasifame hordofee gatii taarifaa geejjibaa fooyyeesseera.…
Magaalaa Jimmaatti sagantaan Ifxaara daandiirraa gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Magaalaa Jimmaatti sagantaan Ifxaara daandiirraa gaggeeffameera.
Kantiibaan magaalichaa Xahaa Qamar wayita kana sagantaan Ifxaara daandiirraa…
Adeemsa Itiyoophiyaa sabdaneettii ijaaruu keessatti Fichee Cambalaalaan faayidaa olaanaa qaba- Obbo…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Adeemsa Itiyoophiyaa sabdaneettii ijaaruu keessatti Fichee Cambalaalaan faayidaa olaanaa qaba jedhan Pirezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa…
Magaalichatti rakkoolee boba’aa irratti mudatan furuuf…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti rakkoolee boba’aa irratti mudatan furuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame.
Magaalichatti waltajjiin marii rakkoolee dhiyeessii…
Dooktar Abiy Ahimad lammiilee Godina Gaamootti balaa sigiga lafaan lubbuun isaanii darbeef gaddi…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad lammiilee Godina Gaamootti balaa sigiga lafaan lubbuun isaanii darbeef gaddi itti dhagahamuu ibsaniiru.…
Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Aarbaa Minici galan
Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Aarbaa Minici galaniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa Eemireetota Araba…
Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota ogummaa fayyaan barsiisaa ture 263 eebbisiise
Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota ogummaa Fayyaa gulantaa adda addaan barsiisaa ture 263 eebbisiiseera.
Yuunivarsiitiin Finfinnee Koollejjiin…
Yuunivarsiitiin Amboo barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa ture kuma 2 fi 260 eebbisiise
Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Amboo barattoota ogummaa fi gulantaa adda addaan barsiisaa ture kuma 2 fi 260 eebbisiiseera.
Barattoota gulantaa garagaraan sagantaa…
Dooktar Abiy Ahimad Bulchaa Dubaayii, Ittaanaa Pireezidaantii fi Ministira Muummee Eemireetoota…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Bulchaa Dubaayii, Ittaanaa Pireezidaantii fi Ministira Muummee Eemireetoota Gamtoomanii Sheek Mahaammud Biin…
Yuunivarsiitiin Wallaggaa Barattoota 792 eebbisiise
Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Wallaggaa yeroo 20ffaa marsaa 2ffaan barattoota muummee garaagaraa barsiisaa ture 792 eebbisiiseera
Ministir Deetaa Ministeera Fayyaa…