Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaantiin Sudaan Kibbaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaakiir Maayaardiit Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaanti…
Pireezidaantiin Mana Maree Pireezidaantummaa Liibiyaa Finfinnee Galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Mana Maree Pireezidaantummaa Liibiyaa Mohaammad Yanuus Manfii Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Pireezidaantiin Chaad Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Chaad Mahaammad Idiriis Deebiin Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaanti Mahaamad…
Mootummaan Liibiyaa fi paartileen morkattootaa waliigaltee nagaa fi araara biyyaalessaa…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) - Mootummaan Liibiyaa fi paartileen morkattootaa waliigaltee nagaa fi araara biyyaalessaa mallatteessan.
Waliigaltichi koree araaraa Gamtaa Afrikaan…
Waajjirri Giiftii Duree Mana Barnootaa Bultii Qaroo Dhabeeyyii 4 ijaaruuf waliigaltee deeggarsaa…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)-Waajjirri Giiftii Duree Mana Barnootaa Bultii Qaroo Dhabeeyyii Afur ijaaruuf Gamtaa Emereetota Arabaatti Faawundeeshinii Kaliifaa Biin Zayiid Al…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari’ataniiru.
"Pirezdaanti Hasan Sheek Mahaammud…
Pireezidaantiin Jiibuutii Ismaa’eel Umar Giilleen Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Jiibuutii Imsaa’eel Umar Giilleen Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 38ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaanti Imsaa’eel Umar…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Aljeeriyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Aljeeriyaa Abdelmajiid Tabuun waliin mari'ataniiru.
Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa…
Pireezidaati Taayyeen Barreessaa Olaanaa Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaatiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Barreessaa Olaanaa Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniin…
Dooktar Abiy Wiiliyaam Ruutoo waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo simachuun dhimmoota waloorratti mari’atan.
Hariiroo qabnu…