Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Laggasaa Tulluun Ambaasaaddara ta’uun muudaman
Finfinnee, Hagayya 27, 2017 (FMC)_ Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluu Ambaasaaddara gochuun muudaniiru.…
Bu’uurri Itiyoophiyaa deeggartummaarraa baasuuf dandeessisu kaa’ameera- Dooktar Laggasaa Tulluu
Finfinnee, Hagayya 27, 2017 (FMC) – Waggoottan torban darban damee hedduun hojiilee hojjetamaniin bu’uurri Itiyoophiyaa deeggartummaarraa baasuuf dandeessisu kaa’ameera jedhan Ministirri…
Hawaasni Manneen Murtiitti sirnaan akka fayyadamuuf kutannoon hojjetamaa jira- Aadde Sa’aadaa…
Finfinnee, Hagayya 27, 2017(FMC)- Af-Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahamaan hawaasni Manneen Murtiitti sirnaan akka fayyadamuuf kutannoon hojjetamaa jira jedhan.
Aadde…
Godinni Booranaa boqonnaa haaraa irratti argama- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Hagayya 27, 2017(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa irra deddeebiin hongeen miidhamaa kan ture Godinni Booranaa boqonnaa haaraa irratti argama jedhan.…
Dhaloota seenaa hojjennu ta’uu keenya hubachuun barbaachisaadha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 26, 2017 (FMC) – Seenaa wal saamnu oosoo hin taane dhaloota seenaa hojjennu ta'uu keenya hubachuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Mootummaan naannichaa qabeenya bishaanii sirnaan hogganuun jireenya uummataa jijjiiruuf hojjechaa…
Finfinnee, Hagayya 26, 2017 (FMC) - Mootummaan Naannoo Oromiyaa barii jijjiiramaarraa eegaluun qabeenya bishaanii sirnaan hogganuuf hojjechaa jira jedhe Waajjirri Pireezidaantii naannichaa.…
Dhiigaa fi dafqa keenyaan coba bishaanii dhimmaaf oolchineerra – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 26, 2017 (FMC) –Ijaarsi Piroojektii Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa eegalamee booddetti deebi'ee ture xumuruun ciminaa fi cichoomina jedhan Ministirri Muummee FDRI…
Adeemsi ijaarsa Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa dadhabsiisaa ta’us firiin isaa…
Finfinnee, Hagayya 26, 2017 (FMC) –Adeemsi ijaarsa Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa dadhabsiisaa ta'us firiin isaa gammachiisaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Aanichatti Tajaajila lammummaa gannaan deeggarsi Birrii biiliiyoona 1.5 olitti tilmaamamu kenname
Finfinnee, Hagayya 26, 2017 (FMC) – Godina Arsii Lixaa Aanaa Kofaleetti Tajaajila lammummaa gannaan deeggarsi Birrii biiliiyoona 1.5 olitti tilmaamamu kenname.
Deeggarsi kun Loon…
Hojiilee qulqullina barnootaa eegsisuuf hojjetamaniin bu’aa jajjabeessaan galmaa’eera- Kantiibaa…
Finfinnee, Hagayya 26, 2017(FMC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojiilee qulqullina barnootaa eegsisuuf hojjetamaniin bu’aa jajjabeessaan galmaa’eera…