Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ergamni Mootummaa Ida’amuu Itiyoophiyaa Amantaan, aadaa fi Sirni hundaa itti kabajamu…
Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) - Ergamni Mootummaa Ida'amuu Itiyoophiyaa Amantaan, aadaa fi Sirni hundaa itti kabajamu ijaarudha jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo…
Ummanni Harargee Bahaa ummataa hojii jaalatu, seenaa beekuu fi amantaa isaa kabajuudha- Dooktar Abiy…
Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC)- Ummanni Harargee Bahaa ummataa hojii jaalatu, seenaa beekuu fi amantaa isaa kabajuudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Dirre Dhawaan magaalaa fakkeenya tokkummaa sabdaneessaafi waloomaa taatedha- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) – Dirre Dhawaan magaalaa fakkeenya tokkummaa sabdaneessaafi waloomaa taatedha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirrii Muummee…
Dooktar Abiy Ahimad naannoo Harariitti Qa’ee Moodeela Aanaa Soofii daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon naannoo Harariitti Qa’ee Moodeela Baadiyyaa Aanaa Soofii ganda…
Misoomni Koriidarii magaalaa Dirree aja’ibsiisaadha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) – Misoomni Koriidarii magaalaa Dirre Dhawaa baay’ee aja’ibsiisaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee FDRI…
Harar Magaalaa Jaalalaa!!!
Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoof Magaalaa Hararitti simannaa ho’aan taasifameefi
Pirojektiiwwan daandii komii kaasaa turan yeroo gabaabaa keessatti xumuruuf hojjetamaa jira-…
Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) – Pirojektiiwwan daandii komii hawaasaa kaasaa turan yeroo gabaabaa keessatti xumuruuf hojjetamaa jira jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde…
Dooktar Abiy Ahimad Mana Kitaabaa Immirtaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Mana Kitaabaa Immirtaa Magaalaa Dirre Dhawaatti ijaarame daawwataniiru
Manni Kitaabaa Immirtaa galii…
Misoomni Koriidarii Dirre Dhawaa ummata magaalichaaf haala mijataa uume – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) - Misoomni Koriidarii Dirre Dhawaa ummata magaalichaaf haala mijataa uumeera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Iddooleen…
Tajaajilli Mirkaneessa qulqullinaa Naannawa Daldala Walabaa Dirre Dawaa bu’uureffate kennamaa…
Finfinnee, Guraandhala 29, 2018 (FMC) - Tajaajilli mirkaneessa qulullinaa Naannawa Daldala Walabaa Dirre Dawaa fi Buufata lafarraa bu'uureffate kennamaa jira jedhan Ministiri Muummee Dooktar…