Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti yunvarsiitiwwan 8 gidduugala qorannoo jedhamun adda baafaman
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC)- Ityoophiyaatti yunvarsiitiwwan 8 giddugala qorannoo ta’uun adda baafamuu Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota olaanoo beeksise.
Gorsaa olaanaa…
Sagantaan Nyaataa idil Addunyaa badhaafamaa Nobeelii Nageenyaa 2020 ta’e
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Qaama Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii kan ta’e Sagantaan Nyaataa idil Addunyaa badhaafamaa Nobeelii Nageenyaa 2020 ta’e.
Dhaabbatichi kutaalee…
Jilli gamtaa Awurooppaa Jooseep Booraliin durfamu naannoo Soomaalee gale
Finfinnee,Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Jilli Dhimma Alaa fi Imaammata nageenyaa gamtaa Awurooppaa itti aanaa Preezdaantii gamtichaa Jooseep Booraliin durfamu naannoo Soomaalee gale.…
Waldhaanamtoota Daranyoo Sombaa (TB) qorichaan wal bareef nyaatni madaalamaan rabsamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Waldhaanamtoota Daranyoo Sombaa (TB) qorichaan wal bareef nyaatni madaalamaan rabsamaa jira.
Waldhaanamtoota Daranyoo Sombaa(TB) qorichaan wal bareef…
Jireenya horsiisee bulaa jijjiiruuf hojiin qorannoorrratti hundaa’e hojjetamaa jira
Finfinnee,Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Jireenya horsiisee bulaa jijjiiruuf hojiin qorannoorrratti hundaa’e hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Qindeessaa Misooma Naannoo Horsiisee Bulaa Oromiyaa…
Qorannaa samuudaa qonna baranaatif ragaan direerraa walitti qabama jira
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC)- Qorannaa samuudaa qonna 2013f hojiin ragaa dirreerraa walitti qabuu guutuu biyyattitti eegalu Eejansiin Istaatiksii Giddugaleessa Ityoophiyaa beeksiseera.…
Dooktariiniin Poolisii FDRI haaraan ifoome
Finfinnee,Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Dooktariiniin Poolisii FDRI haaraan ummataa tajaajiluu fi ammayya’aan ta’e ifoome.
Dooktariinuun kun waggoottaan lamaan darbaniif…
Af-yaa’ii fi hoggantooni mana maree bakka bu’oota ummaataa qophii filannoo boordiin filannoo…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC)- Af-yaa’ii fi hoggantooni mana maree bakka bu’oota ummaataa qophii filannoo boordiin filannoo biyyaalessaa taasisaa jiru daawwatan.
Af-yaa’ii mana maree…
Ityoophiyaa fi Kuwaatar siivil aviiyeeshinii fi dameewwan biroo cimsuu irratti mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC)- Ityoophiyaa fi Kuwaatar siivil aviiyeeshinii fi dameewwan biroo cimsuu irratti mari’atan.
Ministirri Geejjibaa aadde Daagimaawit Mogas Ministira…
obbo Shimallis Abdiisaan Gumbii Bordoddeetti proojaktii misooma hidha laga jallisii Gololchaa hojii…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Gumbii Bordoddeetti proojaktii misooma hidha laga jallisii Gololchaa hojii…