Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Wixineen baajataa bara baajataa 2018 Birrii tiiriliyoona 1.93 ta’ee dhiyaate
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017(FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idlee 35ffaa har’a taa’een ibsa wixinee baajataa bara baajataa 2018 Ministirri Maallaqaa obbo Ahimad Shideen…
Guddina gama maraa fiduuf dameen bulchiinsaafi tajaajila mootummaa gahee olaanaa qaba- Obbo…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017(FMC)- Guddina gama maraa fiduufi fayyadamummaa lammiilee mirkaneessuuf dameen bulchiinsaafi tajaajila mootummaa gahee olaanaa qaba jedhan Ministirri Muummee…
Pireezidaanti Taayyeen abbootiin qabeenyaa Armeeniyaa hojiilee invastimantii Itiyoophiyaarratti akka…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017(FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen abbootiin qabeenyaa Armeeniyaa hojiilee invastimantii Itiyoophiyaarratti akka hirmaatan gaafatan.…
Dippiloomaasiin diinagdee faayidaa biyyaalessaa mirkaneessuuf gahee olaanaa qaba
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017(FMC)- Dippiloomaasiin diinagdee faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa mirkaneessuuf gahee olaanaa qaba jedhe Ministeerri Dhimma Alaa.
Waltajjiin marii qooda…
Bara baajata 2017 piroojektiiwwan Kumni 27 xumuraman -Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017(FMC)- Bara baajataa 2017’tti piroojektiiwwan garaagaraa kumni 27 xumuramuu Pireezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin ibsan.…
Xiyyeeffannaan fuduraalee fi Kuduraaleef kenname guddina dinagdeef qooda olaanaa qaba –…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017 (FMC) – Sagantaa Ashaaraa Magariisaatiin xiyyeeffannaan fuduraalee fi Kuduraaleef kenname guddina dinagdeef qooda olaanaa qaba jedhan qorattoonni damichaa.…
Oromiyaatti qormaatni kutaa 8ffaa kennamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017 (FMC) – Qormaatni naannoo xumura kutaa 8ffaa akka naannoo Oromiyaatti kennamuu eegale.
Qormaatichi akka naannichaatti Waxabajii 3-5/2017tti…
Haala mijataa fooyyessi Diinagdee Gooroo uume beeksisuuf hojii dippiloomaasii cimaa fayyadamuun…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2017(FMC) – Haala mijataa fooyyessi Diinagdee Gooroo mandhaleen uume beeksisuuf hojii dippiloomaasii cimaa fayyadamuun murteessadha jedhan Ministirri Ministeera…
Itiyoophiyaan galmoota misooma waaraa ishee kan mootummoota Gamtoomanii waliin walsimsiisuun…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan galmoota misooma waaraa ishee galmoota misooma waaraa mootummoota Gamtoomanii waliin walsimsiisuun hojjetaa jirti jedhan Ministirri Muummee…
Naannoo Oromiyaatti Hojiileen misooma Aadaarratti hojjetaman muxxannoo kan ta’aniidha –…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Hojiileen misooma Aadaarratti hojjetaman muxxannoon kan irraa fudhatamuudha jedhan Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Aadde…