Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mareen biyyaalessaa waliigalteen rakkoolee waaraan furuuf kan dandeessissuudha – Komishinicha
Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Mareen biyyaalessaa lammiilee biyyattii hunda hirmaachisuun waliigalteen rakkoolee waaraan furuuf kan dandeessissuudha jedhan Komishinarri Komishinii Maree…
Ejjennoo Itiyoophiyaa magariituu ijaaruuf qabnuuf Walaayittaa Sooddoon ragaadha- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 10, 2017(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ejjennoo Itiyoophiyaa magariituu ijaaruuf qabnuuf Walaayittaa Sooddoon ragaadha jedhan.
Ministirri Muummee…
Naannichatti riqaaleen daandiiwwan baadiyyaa 65 baasii birrii MIiliyoona 400’n ijaaramaa jiru
Finfinnee, Hagayya 10, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti riqaaleen gandoota baadiyyaa fi aanaa walquunnamsiisan 65 tumsa mootummaa fi dhaabbata miti mootummaan baasii Birrii miIliyoona 400…
Taphni Goobee fi Shinooyyeen akkaataa Aadaa fi Safuu Oromoo ibsuun ta’uu qaba- Abbootii Gadaa
Finfinnee, Hagayya 10, 2017( FMC)- Taphni Goobee fi Shinooyyee akkaataa Aadaa fi Safuu Oromoo ibsuun ta'uu qaba jedhan Abbootiin Gadaafi Haadholiin Siinqee.
Abbootiin Gadaa fi Haadhooliin…
Magaalaan Arbaaminci uumama isheen miidhagduudha- Dooktar Abiy Ahimd
Finfinnee, Hagayya 10, 2017( FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimd Magaalaan Arbaaminci uumama isheen miidhagduudha jedhan.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimd ergaa miidiyaa…
Inisheetiivii Misooma Ruuzii Oromiyaa….
.Finfinnee, Hagayya 9, 2017 (FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa, inisheetivoota galmoota qonnaa ariitiin akka milkeessan bocee hojiirra oolchaa jiruun, hunda caalaa omisha guddisuurratti bu'a…
Kaabineen Magaalaa Finfinnee Murtoowwan dabarse
Finfinnee, Hagayya 9, 2017 (FMC)- Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii idiilee 1ffaa waggaa 5ffaa gaggeeseera.
Guyyaa har’aa ajandaalee garaagaraa 4 dhiyaatanirratti…
Naannoo Harariitti damee tuurizimiirraa galii Birrii miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 40 ol argame
Finfinnee, Hagayya 9, 2017(FMC)- Naannoo Harariitti damee tuurizimiirraa galiin Birrii miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 40 ol argameera jedhe Biiroon Aadaa, Hambaafi Tuurizimii naannichaa.…
Jijjiirama Afirikaa fi fayyadamummaa lammiileef waloon hojjechuuf waliigalame – Dooktar Biqilaa…
Finfinnee, Hagayya 9, 2017(FMC) – Yaa’ii Paartilee Siyaasaa Afrikaa 12ffaan jijjiirama ardaawaa, fayyadamummaa lammiilee fi ijaarsa mootummaa biyyaalessaaf waloon hojjechuuf waliigalamuu…
Lammiilee sababa guutiinsa laga Awaashiin buqqa’aniif deeggarsi barbaachiisu ni taasifama- Aadde…
Finfinnee, Hagayya 9, 2017 (FMC)- Sababa guutiinsa Laga Awaashiin lammiilee qe'ee fi qabeenya isaanii irraa buqqa'aniif mootummaan deeggarsa barbaachisu ni taasisa jedhan Afyaa’iin Caffee…