Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti dameen albuudaa namoota kuma 100’f carraa hojii uume- ATMAO
Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti qisaasama albuudaa hir’isuuf hojiin riifoormii bal’aan gaggeeffameera jedhe Abbaan Taayitaa Misooma Albuudaa naannichaa.
Bara kana…
Dooktar Abiy Ahimad Aliikoo Daangootee waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Aliikoo Daangootee waliin mari’atan.
Dameewwan invastimantii fedhiiwwan Itiyoophiyaa murteessoo ta’an guutuu…
Duulli dhaabbii Inisheetivii Misooma Muuzii eegale
Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Duulli dhaabbii Inisheetivii Misooma Muuzii Magaalaa Baatuutti eegaleera.
Jilli Sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantii Mootummaa naannoo Oromiyaatti…
Magaalaa seeraa fi sirnaan jabduu taate ijaaruuf hojiin hojjetame bu’aa fideera – Kantibaa Adaanech…
Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Magaalaa seeraa fi sirnaan jabduu taate ijaaruuf hojiin hojjetame bu’aa fideera jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen.
Magaalaa…
Fooyyessichi qophii gahaan hojiirra ooluun isaa bu’aa qabatamaa galmeesse – Obbo Ahimad Shiidee
Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Fooyyessi Diinagdee Gooroo qophii gahaan hojiirra ooluun isaa damee hundaan bu’aa qabatamaa galmeesseera jedhan Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad…
Magaalichi qondaaltoota kabachiisa dambii kuma 2 ol eebbisiisaa jira
Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Abbaan Taayitaa Kabachiisa Dambii qondaaltoota kabachiisa dambii kuma 2 ol marsaa 6ffaaf eebbisiisaa…
Ajajni duultoota addaa leenjitoota komaandoo bu’uuraa eebbisiisaa jira
Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Ajajni Duultoota addaa leenjitoota Komaandoo bu’uuraa giddugala leenjii Bilaatteetti marsaa 43ffaaf eebbisiisaa jira.
Itaamaajoor Shuumii Humna waraanaa…
Hoggansa itti aanan oomishuuf dargaggoota irratti hojjetamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) - Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gaaffiifi deebii taasisaniin, hojii dargaggoota irratti hooggansa itti aanuu oomishuuf hojjetamaa jiru ibsaniiru.…
Itoophiyaatti lafa bal’aa gammoojjii cimsinee itti fayyadamuu qabna – ministra Muummee Dooktar…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2017(FMC) - Misooma naannoo gammjoojjii bu’aa jajjabeessaa galmeessisaa jiru caalmaatt
cimsuun jabaannee hojjechuu qabna jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Mootummaan ayyaanni mul’istuu tokkummaa akka ta’uuf eegumsa ni taasisa
Finfinnee, Caamsaa 29, 2017(FMC) - Ayyaanni mul’istuu danoomaa fi waloomaa akka ta’uuf mootummaan kunuunsa fi eegumsa ni taasisa jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa.
Tajaajilichi…