Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaa fi Ameerikaan daddabarsa Maallaqaa Seeraan alaa to’achuuf mari’atan
Finfinnee, Hagayya 5, 2017(FMC)- Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Maammoo Mihraatuun Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Eerviin Maasiingaa waliin mari’ataniiru.
marii isaaniin,…
Waajjirri Giiftii Duree Mana Baruumsaa Qaroo Dhabeeyyii sadarkaa 2ffaa Birhaaniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Hagayya 5, 2017(FMC)- Waajjirri Giiftii Duree Mana Baruumsaa Bultii Addaa Qaroo Dhabeeyyii Sadarkaa 2ffaa Birhaaniif deeggarsa meeshaalee garaagaraa kenneera.
Waajjirri Giiftii…
Deeggarsi Lammiilee sababa guutiinsa Laga Awaashiin buqqa’aniif taasifamu karaa Buusaa Gonofaa qofa…
Finfinnee, Hagayya 5, 2017(FMC)- Deeggarsi Lammiilee sababa guutiinsa Laga Awaashiin godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaalaa garaagaraarraa buqqa’aniif taasifamu karaa Buusaa Gonofaa Oromiyaa…
Daandiin Qilleensichaa fi Baankiin Misoomaa Afirikaa waliigaltee Faayinaansii mallatteessan
Finfinnee, Hagayya 5, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa fi Baankiin Misoomaa Afirikaa naannawaa magaalaa Bishooftuutti ijaarsa pirojeektii Buufata Xiyyaaraa Abuseeraa hojiirra…
Tattaaffii Itiyoophiyaan Karra Galaanaa argachuuf taasiftu nan deeggara- Turkimeenistaan
Finfinnee, Hagayya 5, 2017 (FMC)- Turkimeenistaan tattaaffii Itiyoophiyaan karra galaanaa argachuuf taasistu ni deeggarti jedhan Ministirri Dhimma Alaa biyyaattii Raashiid Meeriidoov.…
Guyyaan Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itiyoophiyaa bara kanaa bifa addaan kabajama- Af-Yaa’ii…
Finfinnee, Hagayya 5, 2017(FMC)- Af- Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu Tashaagar guyyaan Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itiyoophiyaa bara kanaa bifa addaan kabajama jedhan.…
Milkaa’ina imala guddinaa Itiyoophiyaaf nageenya cimsuun itti gaafatamummaa hundaati- Obbo Mahaammad…
Finfinnee, Hagayya 4, 2017(FMC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa obbo Mahaammad Idiriis milkaa’ina imala guddinaa Itiyoophiyaaf nageenya cimsuun itti gaafatamummaa hundaati jedhan.…
Aadaan marii akka jabaatuuf namoonni siyaasaa muuxannoo isaanii barreessanii dhalootaaf kaa’uu qabu…
Finfinne, Hagayya 4, 2017 (FMC) - Aadaan marii akka jabaatuuf namoonni siyaasaa muuxannoo isaanii barreessanii dhalootaaf kaa’uu qabu jedhan Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti Ministirri…
Sirni waraqaa eenyummaa diijitaalaa hirmaannaa dubartootaa guddisuuf gahee olaanaa qaba
Finfinnee, Hagayya 4, 2017(FMC)- Sagantaan Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa, sirni waraqaa eenyummaa diijitaalaa hirmaannaa hawaasummaafi diinagdee dubartootaa guddisuuf gahee olaanaa qaba…
Tajaajilli Tola Ooltummaa walooma cimsa- Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee, Hagayya 4, 2017(FMC)-Ministirri Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen hojiin tajaajila tola ooltummaa walooma cimsa jedhan.
Ministeerri Geejjibaafi…