Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miidiyaaleen Sosochii Itiyoophiyaa qulqulluuf gahee isaanii bahachuu qabu
Finfinnee, Caamsaa 28, 2017 (FMC)- Miidiyaaleen Sosochii Itiyoophiyaa qulqulluuf gahee isaanii bahachuu qabu jedhan Hoji Raawwachiisaa Olaanaan Faanaa Miidiyaa Korpooreeshinii obbo Admaasuu…
Miidiyaan faayidaa biyyaalessaaf dursa kennuun hojjechuu qaba
Finfinnee, Caamsaa 28, 2017 (FMC) –Giddugalli Leenjii Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin akkaadaamii Teeleeviizyiinii Raashiyaa waliin ta'uu Gaazeexeessitootaf leenjii ogummaa kennaniiru.…
Gaaffii karra galaanaa Itiyoophiyaa ajandaa idil addunyaa taasisuuf dippiloomaasii cimaan hojjatame-…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2017 (FMC )- Gaaffii karra galaanaa Itiyoophiyaa ajandaa idil addunyaa taasisuf hojiin dippiloomaasii bu’aa qabeessa hojjatameera jedhan Ministirri Ministeera Dhimma…
Labsiin hoggansa sodaa balaa ragga’e
Finfinnee, Caamsaa 28, 2017 (FMC) – Labsiin Hoggansa Sodaa Balaa Itiyoophiyaa meeshaa filatamaa ilaacha gargaaramtummaa irraa ce’uun olaantummaa biyyaa guutuu mirkaneessuuf gargaaruudha…
Giincitti Manni Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Birrii miiliyoona 46’n ijaaramu eegale
Finfinnee, Caamsaa 28, 2017 (FMC )-Godina Shawaa Lixaa Magaalaa Giincitti Manni Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Birrii miiliyoona 46’n ijaaramu eegale.
Manni barumsichaa deeggarsa Dhaabbata Miti…
Dooktar Abiy Pireezidaantii Islooveeniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 28, 2017 (FMC )- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Rippaablika Islooveeniyaa Naataash Piirik waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama…
Tattaaffii Itiyoophiyaan ulaa galaanaa argachuuf taasistu Ameerikaan ni deeggarti- Ambaasaaddar…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2017(FMC) – Tattaaffii Itiyoophiyaan ulaa galaanaa karaa nagaafi dippiloomaasiin argachuuf taasistu mootummaan Ameerikaa ni deeggara jedhan Itiyoophiyaatti…
Pireezidaantiin Islooveeniyaa Naataash Piirs Siidaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala abaaboo kaa’an
Finfinnee, Caamsaa 28, 2017(FMC) – Pireezidaantiin Islooveeniyaa Naataash Piirs Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.
Naataash Piirs daawwannaa hojiif guyyaa kaleessaa Finfinnee…
Manni Maree Ministirootaa murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Caamsaa 28, 2017(FMC)- Manni Maree Ministirootaa Walgahii idilee 47ffaa har'a gaggeesseen murtoowwan garaagaraa dabarse.
Jalqabarra manni marichaa kan mari’ate Wixinee labsii…
Hojiileen magaalaa Baahirdaar magaalaa mijattuu taasisan hojjetamaa jiru- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Caamsaa 28, 2017(FMC) – Hojiileen magaalaa Baahirdaar magaalaa mijattuu taasisan hojjetamaa jiru jedhan Ministira Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.
Obbo Tamasgeen…