Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Filannoo biyyaalessaa 7ffaa gaggeessuuf hojiileen qophiin duraa eegalaman
Finfinnee, Caamsaa 25, 2017(FMC) – Filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa gaggeessuuf hojiileen qophiin duraa eegalamaniiru jedhe Boordiin Filannoo Biyyaalessaa.
Boordichi hojiilee qophiin…
Qormaanni naannoo kutaa 6ffaa boru eegala
Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC) –Naannoo Oromiyaatti qormaanni naannoo kutaa 6ffaa guyyaa boruu eegala jedhe Biiroon Barnootaa Oromiyaa.
Barattoonni kutaa 6ffaa kumni 700 fi kumni 69 fi…
Dooktar Abiy Ahimad godina Halaabaa Aanaa Weeraa Diijootti ijaarsa mandarooota moodela baadiyyaa…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2017(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa godina Halaabaa Aanaa Weeraa Diijootti ijaarsa mandaroota moodela baadiyyaa…
Hidhaaleen Madda Anniisaa Bishaan gahaa anniisaa barbaadamu maddisiisuuf isaan dandeessisu kuufatan
Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC) – Hidhaaleen Madda Anniisaa hundi Bishaan gahaa anniisaa barbaadamu maddisiisuuf isaan dandeessisu kuufatan jedhe Humni Elektirikii Itiyoophiyya.…
Itiyoophiyaan nageenya Sudaan mirkaneessuuf tattaaffii taasiftu cimsitee itti fufti
Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan nageenya Sudaan mirkaneessuuf tattaaffii taasiftu cimsitee itti fufti jedhan Daayrektarri Jeneraalaa Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya…
Godinichatti bara kana Biqiloota Mil 200 ol dhaabuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 24, 2017(FMC) – Godina Shawaa Bahaatti sagantaa Asharaa Magariisaa bara kanaaf biqiltuuwwan qophaa’aa jiru jedhe Waajjirri Qonnaa Godinichaa.
Ittigaaftamaan Waajiira…
Itiyoophiyaan egereen ishee bu’uura amansiisaarra akka dhaabbatuuf dhimmoota biyyaalessaa murteessaa…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan egereen ishee bu’uura amansiisaarra akka dhaabbatuuf dhimmoota biyyaalessaa murteessaa ta’an irratti mari’achaa jirti jedhe Tajaajilli…
Yeroo itti aanutti Naannoo Tigraayitti ajandaan marii biyyaalessaa walitti qabuu ni gaggeeffama-…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2017(FMC) – Yeroo itti aanutti Naannoo Tigraayitti ajandaan marii biyyaalessaa walitti qabuu ni gaggeeffama jedhan Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa…
Adeemsi Ajandaa walitti qabuu Dhaabbilee fi Waldaalee Federaalaa hirmaannaa ho’aan kan itti…
Finfinnee, caamsaa 24, 2017 (FMC) - Adeemsi ajandaa walitti qabuu dhaabbilee fi waldaalee Federaalaa hirmaannaa ho’aan kan itti galmaa’ee dha jedhan Itti aantuun Komiishineera Olaanaa…
Dhaabbilee fi Waldaaleen Federaalaa Ajandaa isaanii komiishinichatti kennan
Finfinnee, caamsaa 24, 2017 (FMC) - Dhaabbilee fi Waldaaleen Federaalaa Ajandaa isaanii komiishinii Maree Biyyaalessaatti kennan.
Dhaabbileen kunniin har’a dabalatee guyyoota…