Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ruuban Diyaaz waliigaltee Maanchistar Siitii waliin qabu dheeressuuf waliigale
Finfinnee, Adoolessa 28, 2017 (FMC) - Lammiin Poortugaal taphataan sarara ittisaa Ruuban Diyaaz Maanchistar Siitii waliin waliigaltee waggaa dheeraa isa tursiisu mallatteessuuf walii gale.…
Aanaa Iluutti lolaan Laga Awaash….
Finfinnee, Adoolessa 28, 2017 (FMC)- Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Iluu fi Sabbata Awaasitti sababa guutiinsa laga Awaashiin lolaan mudate.
Sababa lolaa kanaan namoonni naannawichaa…
Sirna, Wabii fi Birmadummaa Nyaataa mirkaneessuuf qulqullinaa fi baay’inaan oomishuun…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2017 (FMC) – Sirna, Wabii fi Birmadummaa Nyaataa mirkaneessuuf qulqullinaa fi baay’inaan oomishuun barbaachisaadha jedhan Hayyuun Qonnaa fi Gorsaan qorannoo fi…
Biirichi Barsiisoota kuma 54 oliif leenjii kennuufi
Finfinnee, Adoolessa 28, 2017 (FMC)- Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barsiisoota Kuma 54 oliif leenjii kennuufi.
Leenjichi Hagayya 2, 2017 irra eegalee barsiisoota kuma 54 oliif marsaa marsaan…
Piroojektii seeftiineetii magaalotaa cimsuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 28, 2017 (FMC) – Ministeerri Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa Piroojektii seeftiineetii magaalotaa cimsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhe.
Waltajjiin xumuraa…
Biyya tasgabbeessuun dhaloota egereetti dabarsuuf gaheen dhaabbilee amantaa olaanaadha- Luba Taagaay…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2017 (FMC) – Biyya tasgabbeessuun dhaloota egereetti dabarsuuf gaheen dhaabbilee amantaa olaanaadha jedhan Barreessaa Olaanaan Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Itiyoophiyaa…
Yaa’iin Nageenya Biyyaalessaa Magaalaa Hararitti eegalame
Finfinnee, Adoolessa 28, 2017 (FMC) –Qopheessummaa Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Itiyoophiyaan Yaa’ii 4ffaan Nageenya Biyyaalessaa Magaalaa Hararitti eegalame.
Yaa’ichi dhimmoota nageenyaa,…
Piroojektoota eegaluurra darbee qulqullinaafi ariitiin xumuruun aadaa ta’aa dhufeera- Kantiibaa…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2017(FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen piroojektoota eegaluurra darbee qulqullinaafi ariitiin xumuruun kaayyoo barbaadamuuf oolchuun aadaa…
Dooktar Abiy Ahimad misooma kooridarii Inxooxxoo hanga Pilaazaa Araat Kiiloo eebbisiisan- WMM
Finfinnee, Adoolessa 27, 2017(FMC)- Waajjirri Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa Miseensota Mana Maree Paartii Badhaadhinaa waliin ta’uun misooma kooridarii haaraa Inxooxxoo…
Dooktar Abiy Ahimad misooma kooriidarii haaraafi Inxooxxoo hanga Pilaazaa Araat Kiiloo daawwatan
Finfinnee, Adoolessa 27, 2017(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad misooma kooriidarii haaraafi Inxooxxoo hanga Pilaazaa Araat Kiiloo daawwatan.
Ministirri Muummee Dooktar…