Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mareen biyaalessaa carraa Itiyoopphiyaa gara fuulduraarratti ga’ee guddaa qaba
Finfinnee, caamsaa 24, 2017 (FMC) - Carraa Itiyoophiyaa gara fuula duraa fooyyessuu fi aadaa rakkoolee mareen furuu guddisuuf mareen biyyaalessaa ga’ee guddaa qaba jedhan…
Baatii Ebla fi Caamsaa keessa hojiiwwan gurguddoo Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2017 FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Baatii Ebla/Caamsaa 2017 keessa misooma dinagdeen, guddina teknooloojii,hariiroo idi-laddunyaan, misooma…
Raayyaan Ittisaa ammayyaa biyyii fi ummanni ittiin boonan ijaarame- Injiinar Ayishaa Mahaammad
Finfinnee, Caamsaa 23, 2017 (FMC) –Raayyaan Ittisaa cimaan Teeknooloojii jabanaa hidhate kan biyyii fi ummanni ittiin boonan ijaarameera jedhan Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Injiinar…
Ijaarsa ogummaa gabaarratti xiyyeeffateen bu’aa jajjabeessan argame
Finfinnee, Caamsaa 23, 2017 (FMC) –Adeemsi ijaarsaa dandeettii ogummaa gabbiisuu gabaarratti xiyyeeffate bu’aa jajjabeessaa argamsiisaa jira jedhe Ministeerri Hojii fi Ogummaa.
Kolleejjiin…
Bakka buutoonni dhaabbilee fi Waldaaleen ajandaa garee isaanii hirmaattoota waliigalaaf dhiyeessan
Finfinnee, Caamsaa 23, 2017 (FMC) – Bakka buutoonni dhaabbilee fi Waldaalee boqonnaa marii ajandaa walitti qabuun ajandaa garee isaanii hirmaattoota waliigalaaf dhiyeessaniiru.…
Abbootii qabeenyaa misooma Invastimantiirratti bobba’aniif deeggarsi barbaachisu ni taasifama – Pir.…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2017 (FMC) – Abbootii qabeenyaa misooma Invastimantiirratti bobba’aniif deeggarsi barbaachisu hundi ni taasifama jedhan Pireezidanatiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo…
Ajandaan dhiyaatu qalbii hundaa kan bituu fi yaada hunda bakka bu’u ta’uutu irra jiraata –…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2017 (FMC) – Komishiniin marii biyyaalessaa Itiyoophiyaa waltajjii Marii ajandaa walitti qabuu 14ffaan Dhaabbilee fi Waldaalee Federaalaa galma Barkumeetti gaggeessaa…
Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa Abdii dhalootaati – Dargaggoota carraa hojii argatan
Finfinnee, Caamsaa 23, 2017 (FMC) – Piroojektii guddaa yaadama bal’aa qabu kana keessatti hirmaachuun carroomudha jedhan dargaggoonni Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa keessatti…
Miidhamtoota Fiistuullaa gargaaruuf galiin walittiqabamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) - Miidhamtoota Fiistuullaa yeroo da’umsaa mudatuu gargaaruuf galiin walittiqabamuu eegaleera.
Sagantaan galii walitti qabuu kun miidhamtoota Fiistuullaa…
Ijaarsi piroojektii hidha Magaci sadarkaa gaariirra jira
Finfinnee, Caamsaa 22, 2017(FMC) – Ijaarsi piroojektii hidha Magaci rakkoon isaa duraa furamuun sadarkaa gaariirra jira jedhan Ministirri Ministeera Jallisiifi Naannawaa Gammoojjii Dooktar…