Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin oomishaan booda qisaasama hir’isuu Afrikaa Finfinneetti gaggeeffama
Finfinnee, Adoolessa 27, 2017(FMC)- Yaa’iifi agarsiisni oomishaan booda qisaasama hir’isuu Afrikaa 5ffaan Fulbaana 6-8,2018 Finfinneetti gaggeeffama.
Yaa’ichi oomishaan booda qisaasama…
Qaamoleen Biyya alaarraa karaa seeraan alaan maalaqa galchan ifooman
Finfinnee, Adoolessa 27, 2017(FMC) - Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Dhaabbilee Maallaqaa teeasoon isaanii Ameerikaa ta’ee fi karaa seeraan alaan maallaqa gara biyyaatti galchan ifoomse.…
Yuuniivarsiitiin Finfinnee hayyoota 14’f pirofeeserummaa guutuu kenne
Finfinnee, Adoolessa 26, 2017(FMC) - Boordiin Bulchiinsa Yuuniivarsiitii Finfinnee hayyoota Yuuniivarsiitichaa 14f pirofeeserummaa guutuu kenne.
Haaluma kanaan:-
1.Dooktar Tasfaayee…
Hojii miidiyaa fi komunikeeshinii haala jijjiirama yeroo tilmaama keessa galche irratti ni…
Finfinnee, Adoolessa 26, 2017(FMC) - Ministirri Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluu
hojii miidiyaa fi komunikeeshinii haala jijjiiramaa fi kallattii biyyoolessaa…
Hospitaalli Suudee meeshaalee yaalaa birrii miliyoona 60tti shallagamu deggersaan argate
Finfinnee, Adoolessa 26, 2017(FMC) -
Godina Arsiitti Hospitaalli Jalqabaa Suudee meeshaalee yaala fayyaa qarshii miliyoona 60tti shallagamu deeggarsaan argate.
Hospiitaalichi gargaarsa…
Fooyya’iinsi dinagdee Gooro gudina damee albuudaaf gumaacheera – Ministeera Albuudaa
Finfinnee, Adoolessa 26, 2017(FMC) - Fooyya’iinsi dingdee gooroo hojiirra oole guddina damee albuudaatiif akka kaka’umsaatti tajaajileera jedhe Ministeerri Albuudaa.
Ministirri…
Ashaaraan magariisaa misooma Dippiloomaasii Magariisaa fi hariiroo ummataa cimsa
Finfinnee, Adoolessa 26, 2017 (FMC) – Ashaaraan magariisaa misooma Dippiloomaasii Magariisaa fi hariiroo ummataa cimsuuf gumaacha olaanaa qaba jedhe Ministeerri Dhimma Alaa.
Ministeerichi…
Daandiin baaburichaa imala Badhaadhinaa baachuu haala danda’uun ijaaramaa jira
Finfinnee, Adoolessa 26, 2017 (FMC) – Daandiin Baaburaa Itiyoo-Jibuutii imala badhaadhina baachuu haala danda’uun ijaaramaa jira jedhan Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Dhaabbatichaa Injiinar…
Hojiilee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Baatiwwan Waxabajjii fi Adoolessaa keessa…
Finfinnee, Adoolessa 26, 2017 (FMC) – Hojiilee Imaammata Biyyaalessaa, Riifoormii Diinagdee, Tarsiimoo Dippiloomaasii Naannawaa fi idil Addunyaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Hojii riiformii Biiroo Horataalee Mootummaatti raawwatameen jijjiiramni abdachisoon galmaa’an…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2017 (FMC)- Hojii riiformii Biiroo Horataalee Mootummaa keessatti raawwatameen jijjiiramni abdachisoon galmaa'aniiru jedhan Itti aanaan Pireezidaantii Mootummaa…