Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Riifoormii tajaajilaafi bulchiinsaa hojiirra oolchuuf kutannoo olaanaan hojjetamaa jira- Obbo Adam…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017( FMC)- Sadarkaa biyyaalessaatti riifoormii tajaajilaafi bulchiinsaa hojiirra oolchuuf murannoo olaanaan hojjetamaa jira jedhan sadarkaa Ministira Muummee Itti…
Dudhaalee hawaasummaa Itiyoophiyaan qabdu keessaa Ayyaanni Shuwaaliid tokko- Salaamaawit Kaasaa
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) – Dudhaalee hawaasummaa Itiyoophiyaan qabdu keessaa Ayyaanni Shuwaaliid tokko ta’uu Ministirri Ministeera Tuurizimii Salaamaawit Kaasaan ibsan.…
Mootummaan jijjiiramaa Hidha Guddicha Haaromsaa rakkoo keessaa baasuun boqonnaa xumuraarraan…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) – Mootummaan jijjiiramaa Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa rakkoo keessaa baasuun boqonnaa xumuraarraan gahuu akka danda’e Ministirri Ministeera…
Obbo Odriin Badriin Ayyaana Shuwaaliid sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) – Pireezidaantiin Naannoo Hararii obbo Odriin Badriin Ayyaana Shuwaaliid sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Barii jijjiiramaarraa…
Misooma sululaa irraa fayyadamoo taaneerra – Jiraattota
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) - Godina Harargee Bahaa aanaa Baddannootti hojiin misooma sululaa waggoottan darban keessa hojjetaman naannawichi bakka duraaniitti akka deebi'u…
Ijaarsi mana barumsaa hawaasa Itiyoophiyaa jibuutii jiraatu tajaajilu eegalame
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) – Ijaarsi mana barumsaa idileen duraa hawaasa Itiyoophiyaa jibuutii jiraatu tajaajilu eegalameera.
Manni barumsichaa Jibuutiitti Ambaasaaddarri…
Agarsiisni imala Mootummaa Naannoo Oromiyaa maqaa gaarii naannichaa kan olkaasedha- Obbo Hayiluu…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) – Agarsiisni imala Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyoota sadan darban agarsiifamaa ture maqaa gaarii naannichaa kan olkaasedha jedhan Hogganaan Biiroo…
Ayyaanni Shuwaaliid Ayyaana tokkummaafi sabdaneessummaa cimsu- Obbo Ordiin Badrii
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) – Ayyaanni Shuwaaliid Ayyaana tokkummaafi sabdaneessummaa cimsu akka ta’e Pireezidaantiin Naannoo Hararii obbo Ordiin Badriin ibsan.
Ayyaanni…
Dargaggoonni Aadaa dubbisuu fi hojii cimsachuu qabu jedhame
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) – Dargaggoonni Aadaa dubbisuu fi hojii cimsachuu akka qaban ibsameera.
Qindeessummaa Inistitiyuutii Qorannoofi Qo'annoo Oromoo, Biiroo Darggaggoofi…
Rakkoolee humnaan furuuf yaaluun furmaata waaraa hin argamsiisu- Piroofeesar Masfin Ara’aayaa
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017 (FMC) – Rakkoolee humnaan furuuf yaaluun furmaata waaraa kan hin argamsiisne ta’uu Komishinarri Olaanaan Komishinii Marii Biyyaalessaa Piroofeesar Masfin…