Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyoottan kurnan itti aanaan naannawaa rooba Arfaasaa argatanitti hammi roobaa cimee itti fufa…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2017 (FMC) – Kutaaleen Kibbaa fi Kibba Lixaa sa’aatii 24 keessatti rooba hammaan cimaa ta’e argachuu akka danda’an Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa…
Deggarsi Hidha Haaromsaa Guddichaa cimee akka itti fufu waamichi dhiyaate
Finfinnee, Bitootessa 24, 2017(FMC) – Ijaarsi isaa sadarakaa xumuraarraa kan jiru Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaaf deeggarsi taasifamu cimee akka itti fufuuf waamichi dhiyaateera.…
Milkaa’inoota argaman dachaan dabaluun Itiyoophiyaa hunda fakkaattu ijaaruuf galma qabame ni…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2017(FMC)- Milkaa’inoota argaman dachaan dabaluun Itiyoophiyaa hunda fakkaattu ijaaruuf galma qabame milkeessuuf kan hojjetamu ta'uu Biiroon Kominikeeshinii…
Milkaa’ina argamaa jiruuf galanni hundi kan ummataati –Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Bitootessa 24, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan injifannoo Bitootessa 24 sababeeffachuun deeggarsa ummanni agarsiise…
Lammiileen Itiyoophiyaa 117 Jibuutiirraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 24, 2017(FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa 117 Jibuutiirraa gara biyyaa deebi’uu Embaasiin Itiyoophiyaa Jibuutiitti argamu beeksise.
Embaasichi Dhaabbata Godaansaa…
Milkaa’inoota jijjiiramaan galmaa’an itti fufsiisuuf murannoon hojjechuu barbaachisa- Obbo Musxafee…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2017(FMC) – Milkaa’inoota jijjiiramaan galmaa’an itti fufsiisuuf hundi murannoon hojjechuu akka qabu Pireezidaantiin Naannoo Somaalee obbo Musxafee Muhaammad…
Bitootessi 24 jijjiiramoota addaa fi seenaa galmeessera – Obbo Aganyahu Tashaagar
Finfinnee, Bitootessa 24, 2017 (FMC) – Bitootessi 24 jijjiiramoota addaa fi seenaa galmeessuu Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu Tashaagar ibsan.
Guyyaan jijjiiramni…
Jijjiiramichi Poolisii Federaalaaf bara ka’umsaati – Komiishinara Jeneraalaa Dammallaash…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2017(FMC) – Jijjiiramni biyyaalessaa Poolisii Federaalaaf bara ka’umsaa ta’uu Komiishinarri Jeneraalaa Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’el ibsan.…
Injifannoon Bitootessa 24 imala jijjiiramaafi cehumsa biyyaa dhugoomse – Aadde Sa’aadaa…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2017 (FMC) – Bitootessa 24 sababeeffachuun hiriirri deeggarsaa Godinaalee fi magaalota Oromiyaa garaagaraatti gaggeeffameera.
Hiriirri guddaan kun sadarkaa…
Bu’aaleen Bitootessa 24 gandoota Itiyoophiyaa hunda akka gahaniif ni hojjenna- Obbo Tamasgeen…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Bu’aaleen Bitootessa 24 gandoota Itiyoophiyaa hunda akka gahaniif ciminaan ni hojjenna jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.…