Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti Duulli Guyyaa tokkoon Biqiltuu Miiliyoona 700 dhaabuu gaggeeffamu eegale
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) -Naannoo Oromiyaatti Duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu godinaalee garaagaraatti gaggeeeffamuu eegaleera.
Haaluma kanaan Godina…
Itiyoophiyaanonni seenaa haaraa barreessuun bara kanas guyyaa tokkoon Biqiltuuwwan miiliyoona 700 ni…
Finfinnee, Adoolessa 24,2017 (FMC) _ Itiyoophiyaanonni seenaa haaraa barreessuun bara kanas guyyaa tokkotti biqiltuuwwan miiliyoona 700 ni dhaabuu jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii…
Guyyaa har’aa Biqiltuwwan Miiliyoonni 700 ni dhaabamu
Finfinnee, Adoolessa 24,2017 (FMC)_ Itiyoophiyaatti har'a duula guyyaa tokkoon biqiltuuwwan miiliyoonni 700 ni dhaabamu.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad duulicha…
Godinichatti duula dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoon biqiltuuwwan miiliyoona 16 ol dhaabuuf qophiin…
Finfinnnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC) - Godina Shawaa Kaabaatti Adoolessa 24 guyyaa tokkotti biqiltuuwwan gosa gara garaa miiliyoona 16 ol dhaabuuf qophiin barbaachisu xumurame jedhe…
Jaarsoliin biyyaa gara naannoo Tigraayitti kaka’umsa ofiin imalan Ministira Nageenyaa waliin…
Finfinnnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC) - Waamicha nageenyaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhiyeessan hordofee jaarsoliin biyyaa kaka'umsa ofiin gara naannoo Tigraayitti imalan…
Inisheetiiviin Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaa kalaqa diinagdee fi hirmaannaa idil addunyaaf humna…
Finfinnnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC) - Inisheetiiviin Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaa kalaqa diinagdee fi hirmaannaa idil addunyaaf humna ta'a jedhe Paartiin Badhaadhinaa.
Paartichi…
Bulchiinsa magaalichaatti duula dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo milkeessuuf qophiin xumurame
Finfinnnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC) - Bulchiinsi magaalaa Shaggar guyyaa Boruu Biqiltuu miiliyoona 2.8 ol dhaabuuf qophii barbaachisu xumurame jedhe.
Adoolessa 24, 2017 akka biyyaatti…
Godina Jimmaa fi Arsiitti duula dhaabbii guyyaa tokkoo milkeessuuf qophiin xumurame
Finfinnnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC) -Waajjiraaleen Godina Jimmaa fi Arsii duula dhaabbii guyyaa tokkoo boru gaggeeffamu milkeessuuf qophiin xumurame jedhan.
Godina Jimmaatti Adoolessa 24…
Godinichatti duula guyyaa tokkoon biqiltuuwwan miiliyoona shanii ol dhaabuuf qophiin xumurame
Finfinnee, Adoolessa 23, 2017(FMC) – Godina Baaleetti Adoolessa 24 guyyaa tokkotti biqiltuuwwan gosa gara garaa miiliyoona 5 ol dhaabuuf karoorfame milkeessuuf qophiin xumurame jedhe…
Adeemsi ajandaa walitti qabuu hanga ammaa burjaajii fi olola ture bu’uura kan dhabsiise – Komishinii…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2017(FMC) – Adeemsi ajandaa walitti qabuu hanga ammaa burjaajii fi olola ture cabsuun milkaa’iinaan raawwatame jedhe Komishiniin Maree Biyyaalessaa.
Maree…