Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bu’aaleen Bitootessa 24 gandoota Itiyoophiyaa hunda akka gahaniif ni hojjenna- Obbo Tamasgeen…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Bu’aaleen Bitootessa 24 gandoota Itiyoophiyaa hunda akka gahaniif ciminaan ni hojjenna jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.…
Finfinneetti guyyaan jijjiiramni biyyaalessaa itti dhugoome waggaa 7ffaan kabajamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 24, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti guyyaan jijjiiramni biyyaalessaa itti dhugoome waggaa 7ffaan sagantaalee adda addaan kabajamaa jira.
Hoggantoonni olaanoon…
Bitooteessi 24 guyyaa sirni siyaasaa hammataa fi hirmaachisaa ta’e itti uumameedha –…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2017 (FMC) – Bitooteessa 24 guyyaa sirni siyaasaa hammataa fi hirmaachisaa ta'e itti uumamee fi guyyaa seena qabeessa ta’uu Pireezidaantiin Naannoo Hararii obbo…
Bitootessi 24 guyyaa seenessi moofaan itti cabee, seenessi obolummaa sabdaneessaa itti…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2017 (FMC) – Bitootessa 24 sababeeffachuun hiriirri deeggarsaa Godinaalee fi magaalota Oromiyaa garaagaraatti gaggeeffameera.
Sadarkaa Pireezidaantii itti…
Injifannoon Bitootessa 24, bu’aa aarsaa qaalii waggoota 150’ti – Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Bitootessa 24, 2017 (FMC) – Bitootessa 24 sababeeffachuun hiriirri deeggarsaa Godinaalee fi magaalota Oromiyaa garaagaraatti gaggeeffameera.
Hiriira deeggarsaa Godina Shawaa…
Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaa Jibuutii waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaa Jibuutii ta’uun kan muudaman Abdulqaadir Huseen waliin…
Jala bultiin injifannoo Bitootessa 24 sagantaalee adda addaan kabajame
Finfinnee, Bitootessa 23, 2017(FMC) - Kutaalee Magaalaa Shaggaritti Jala bultiin injifannoo Bitootessa 24 sagantaalee adda addaan kabajameera.
Bulchiinsa magaalaa Shaggar kutaa magaalaa…
Itiyoophiyaa fi Awustiraaliyaan dameewwan fayyadamummaa waloo guddisanirratti tumsaan hojjechuuf…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2017(FMC) - Ministirri Hojii fi Ogummaa Mufariyaat Kaamiil Itiyoophiyaa, Rippaabilika Afrikaa Giddugaleessaafi Sudaan Kibbaatti Ambbaasaaddara Awustiraaliyaa…
Itiyoophiyaan bakka ga’iinsa daldala alaa fi dorgomtummaa ishee guddisuun bu’aa…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2017(FMC) - Itiyoophiyaan tarsiimoo oomishaa irraa eegaluun bakka ga'iinsa daldala alaa fi dorgomtummaa ishee guddisuun bu'aa qabatamaa galmeessisuu Ministirri…
Sagantaan EBS “Addis Mi’iraaf “ tamsaasarraa dhorkamee akka turu murtaa’e
Finfinnee, Bitootessa 23, 2017 (FMC) – Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa Sagantaan EBS “Addis Mi’iraaf “ tamsaasarraa dhorkamee akka turu murteessera.
Abbaan Taayitichaa Sagantaa…