Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Adeemsi ajandaa walitti qabuu hanga ammaa burjaajii fi olola ture bu’uura kan dhabsiise – Komishinii…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2017(FMC) – Adeemsi ajandaa walitti qabuu hanga ammaa burjaajii fi olola ture cabsuun milkaa’iinaan raawwatame jedhe Komishiniin Maree Biyyaalessaa.
Maree…
Godinichatti Duula Guyyaa tokkoon biqiltuuwwan miiliyoona 22 ol dhaabuuf qophiin xumurame
Finfinnee, Adoolessa 23, 2017(FMC) – Godina Iluu Abbaa Booritti Adoolessa 24, 2017 duula guyyaa tokkoon biqiltuuwwan gosa garaagaraa miliiyoona 22.7 ol dhaabuuf qophiin xummure jedhe…
Guyyaa seena qabeessatti, hojii seenaqabeessa haa hojjennu
Finfinnee, Adoolessa 23, 2017(FMC) – Adooleessi 24, guyyaa seena qabeessaa jijjiirama gama hedduun Itiyoophiyaa keessatti galmaa’aa jiru irratti guyyaa seenaan dabalataa itti galmaa’uuf…
Xaanaanesh 2 magaalaa Bureetti simatamte
Finfinnee, Adoolessa 23, 2017(FMC) – Bakka ga’umsa isheetti dhiyaachaa kan jirtu Xaanaanesh 2 Godina Goojjaam Lixaa, magaalaa Bureetti simatamte.
Hara Xaanaa ga’uuf imalaa kan jirtu…
Dooktar Abiy Ahimad Mana barumsaa Sadarkaa 2ffaa Bashaashaa Waajjira Giiftii Dureen ijaarame…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Mana barumsaa Sadarkaa 2ffaa Bashaashaa Waajjira Giiftii Dureen…
Shawaa Kaabaatti lafti hektaarri kumni 500 fi kumni 56 ol sanyiin uwwifame
Finfinnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC) – Godina Shawaa Kaabaatti lafa waliigala qonna gannaan misoomsuuf karoorfame hektaara kuma 500 fi kuma 90 keessaa hanga ammaatti lafti hektaarri kumni 500…
Sennessa waloo ijaruuf miidiyaalen qindoomanii hojjechuun murteessaa dha – Dooktar Biqilaa…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC)- Seenessa waloo ijaaruuf miidiyaaleen qindoomanii hojjechuun ga’ee guddaa taphata jedhan Waajjira Muummee Badhaadhinaatti, Ministirri Ittigaafatamaan…
Harki xiiqiif diriire Gaaddisa dhalootaaf ijaaraa jira – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan duula boru guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu ilaalchisee ergaa…
Boru waloon taanee seenaa haa hojjennu -Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC) – Boru waloon taanee seenaa haa hojjennu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Itiyoophiyaan torbee kana boruu ishee qormaataaaf hin…
Waamicha Dhaabuun Bayyanachuu Itiyoophiyaa
Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) – Dhaabuun Bayyanachuu Itiyoophiyaaf haa hiriirru jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Waamicha Biyyaalessaa dhiyeesse.
Sagantaa Ashaaraa…