Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qaamoleen waliigalteen Piriitooriyaa mallattaa’uutti gaabbaan waliigaltichi akka hin milkoofne…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – Waliigalteen Piriitooriyaa mallattaa’uu hordofee lubbuun lammiilee baraaramuutti qaamoleen gaabbaan waldhabdee uumuuf fedhii kan qabaniidha jedhan…
Koreen filtuu hoggantoota Boordii Filannoo gabaasa isaa Dooktar Abiy Ahimadiif dhiyeesse
Finfinnee, Caamsaa 13, 2017(FMC) – Koreen filtuu hoggantoota Boordii Filannoo guyyaa har’aa gabaasa isaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif dhiyeessuu Waajjirri Ministira Muummee…
Manni Maree Ministirootaa Dhimmoota garaagaraarratti murtoo dabarse
Finfinnee, Caamsaa 13, 2017(FMC) – Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 45ffaa har’a taa’een dhimmoota garaagaraarratti murtoo dabarse.
Jalqabarratti manni marichaa wixinee labsii…
Wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf Biraazil fakkeenya gaariidha- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Caamsaa 13, 2017(FMC)- Tattaaffii Itiyoophiyaan wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf taasistuuf milkaa’inni Biraazil damee qonnaan galmeessiste fakkeenya gaarii ta’uu Ministirri…
Korichi kaadhimatoota ifoomse
Finfinnee, Caamsaa 13, 2017(FMC)-Koreen Kaadhimamtoota Hoggansa Boordii Filannoo Biyyaalessaa kaadhimatoota filaman ifoomse.
Walitti Qabaan Korichaa Lubni Taagaay Taaddalaan, hojiin…
Hojiileen sirna geejjiba saffisiisan cimanii itti fufaniiru- Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Caamsaa 13, 2017(FMC)- Magaalaa Finfinneetti hojiileen sirna geejjibaa si’ataa uuman cimanii itti fufuu Kantiibaan magaalichaa aadde Adaanech Abeebeen ibsan.
Aadde Adaanech…
Shawaa Kaabaatti biqiltuuwwan miiliyoonni 200 fi miiliyoonni 96 dhaabbiif qophaa’uun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 13, 2017 (FMC) - Shawaa Kaabaatti sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaaf hanga ammaatti biqiltuuwwan miiliyoonni 200 fi miiliyoonni 96 qophaa'uu Waajjirri Qonnaa…
Rakkoo mana jireenyaa barsiisotaa furuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC) - Godina Wallagga Bahaatti rakkoo mana jireenyaa barsiisotaa furuuf hojjetamaa akka jiru waajjirri Barnootaa Godinichaa ibse.
Ittigaafatamaan…
Itiyoophiyaan Sagantaa Ashaaraa Magariisaa walitti fufiinsaan hojiirra oolchuun fakkeenya taateetti…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan Sagantaa Ashaaraa Magariisaa utuu walirraa hinkutin hojiirra oolchuun fakkeenya ta’uu ishee Yuuniivarsiitii Finfinneetti Tumsaan Pirofeeseraa…
Waltajjiin waljijjiirraa muuxannoo sirna nyaataa cimsu gaggeeffame – Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017(FMC) – Yaa’ii Biraazil-Afrikaa cinaatti waltajjii waljijjiirraa muuxannoo sirna nyaataa cimsu gaggeessuu Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan…