Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Karoora misoomaa waggaa 10rratti mariin ummataa gaggeeffamaa jira
Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Karoora misoomaa waggaa 10 Ityoophiyaarratti mariin ummataa gaggeeffamaa jira.
Karooricha kan qopheesse Koomiishiniin Plaanii fi Misoomaa…
Seenaataroonni Ameerikaa lama biyyi isaanii Hidha Haaromsaarratti ejjennoo walaba akka qabaattu…
Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Seenaataroonni Ameerikaa lama biyyi isaanii dhimma Hidha Haaromsaarratti ejjennoo walaba akka qabaattu xalayaadhan gaafatan.
Seenaatar…
Gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 119 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI…
Finfinnee,Waxabajjii 21,2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 119 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise.
Sa’aa 24 keessatti qorannaan samuudaa…
Abbaan qabeenyaa daldala waliin dhahuuf yaale saaxilummaa hojjettootaan harkaa harkaatti to’atame
Finfinnee,Waxabajjii 21, 2012 (FBC) – Hojjettoota komishinii gumuruukaaf matta’aa Birrii 200,000 kennuuf abbaan qabeenyaa daldala waliin dhahuuf yaale saaxilummaa hojjettootaan harkaa…
Namoonni 145 vaayrasii koroonaatin kan qabaman yoo ta’u, lubbuun namoota 5 darbeera
finfinnee, Waxabajjii 20, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti gabaasa qorannaa sa'aa 24tin namoonni 145 vaayrasii koroonaatin kan qabaman yoo ta’u, lubbuun namoota 5 darbeera.
Sa'aa 24 darbeen…
Naannoo Gambeellaatti qajeelfama qophii fi dhiyeessi karoora misooma yeroo giddugaleessaa fi dheeraa…
Finfinnee,Waxabajjii 21, 2012 (FBC) – Naannoo Gambeellaatti qajeelfama qophii fi dhiyeessi karoora misooma yeroo giddugaleessaa fi dheeraa irratti mari’atame.
Naannoo…
Istuudiyoon Ch – 2 fi Teeknooloojii OBVAN eebbifame
Finfinnee,Waxabajjii 21, 2012 (FBC) – Istuudiyoon Ch - 2 fi Teeknooloojii OBVAN eebbifame.
Sirna eebbaa kanarratti Muummee Ministira Dooktar Abiy Ahimad, Preezdaantii…
Hojjettoota humna ibsaa fakkaachuun qaamooleen traanisfoormeera hatuuf yaalaa turan to’ataman
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti qaamooleen dhuunfaa hojjettoota humna ibsaa of fakkeessuun Traanisfoormeera olaanaa konkolaataan fe’uun hatuuf yaalaa turan…
Odeeffannoon yeroon guutinsa bishaan hidha haaromsaa dheerate jechuun miidiyaalee alaan tatamsa’a…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2012 (FBC) - Odeeffannoon yeroon guutinsa bishaan hidha haaromsaa dheerate jechuun miidiyaalee alaan tatamsa’a jiru soba ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa FDRI…
MM FDRI Dooktar Abiy Preezdaantii Faransaay waliin mar’atan
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2012 (FBC) –Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Faransaay Imaanuu’eel Maakroon waliin mara’atan.
Dooktar Abiy fi Preezdaant…