Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 476 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 476 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 8 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Michummaa Ityoo – Keeniyaa nut kan uumne osoo hin taane dhalootaa dhalootaatti ce’uun…
Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC) – Michummaa Ityoo - Keeniyaa nut kan uumne osoo hin taane dhalootaa dhalootaatti ce'uun kan dhufe ta'uu Preezdaantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataan…
Dhaabbileen tika nageenyaa Ityoophiyaa fi Sudaan Kibbaa dhimmoota naannoo fi ijaarsa dandeettirratti…
Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC) – Dhaabbileen tika nageenyaa Ityoophiyaa fi Sudaan Kibbaa dhimmoota naannoo fi ijaarsa dandeettirratti tumsaan hojjechuuf walii galaniiru.
Daayreektarri…
Obbo Dammaqaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa yeroo hojii isaanii Xumuran Mikaa’eel…
Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaan Makonniin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa yeroo hojii isaanii…
Jilli dhibaayyuu Eel waaqi Magaalaa Dubuluq madda Eela Wayyuu, Eel waaqi jedhamuutti kabajame
Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC) –Jilli dhibaayyuu ykn irreeffannaa Eel waaqi Godina Booranaa Aanaa Dubuluqii Magaala Dubuluqiitti madda Eela Wayyuu, Eel waaqi jedhamuutti kabajamuu ibsame…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa meeshaalee imalchiisuun (Kaargoon) sadarkaa idil addunyaatti sadarkaa…
Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC)- Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa meeshaalee imalchiisuun (Kaargoon) sadarkaa idil addunyaatti sadarkaa 7 irra taa’uu ibsameera.
Daandiin qilleensichaa…
Waldaan Fannoo Diimaa Idil Addunyaa namoota Abduraafiitti da’aatanii jiran 800f deeggarsa taasise
Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC)-Tarkanfii olaantummaa seeraa kabachiisuu kaabaa Ityoophiyaatti tureen walqabsiisee namoota Abduraafiitti da’aatanii jiran deeggarsii isaan barbaachisuu…
Jilli obbo Adam Faraahaatiin durfamu Baahir Daariin gale
\Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC)- Jilli Af yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faraahaatiin durfamu magaalaa Baahir Daar galeera.
Jilichaan itti aantuu Af yaa’ii aaddee…
Qondaaltonni waraanaa olaanoo 18 to’annaa jala oolan
Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC)- Hidhattoota garee Juuntaa waliin waraanaa fi waraansisaa kan turan qondaaltonni waraanaa olaanoo 18 to'annaa jala oolaniiru.
Humnoota garee badii…
Koreewwan dhaabbii dhaabbileen rakkoo isaanii furuuf qindoominaan hojjechuu akka qaban yaadachiisan
Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC)- Mana Maree Bakka Bu’oota Uumataatti koreen dhaabbii dhimmoota qabeenyaa uumamaa, jallisii fi inarjii Ministeerri Inarjii fi Bishaanii, Tajaajilli…