Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti dabalataan namoota 186 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 186 vaayrasii koroonaatin yoo qabaman, namoonni 3 ammoo lubbuun darbaniiru.
Sa’aa 24…
Manni marichaa booru walga’ii idilee ni gaggeessa
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2012 (FBC – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 17ffaa bara hojii 5ffaa guyyaa booru waajjira muummee Ministiraatti ni gaggeessa.
Manni…
Naannoo Gambeellaatti Proojaktiin jireenya naannoo Gammoojjii fooyyessu ifoome
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2012 (FBC - Naannoo Gambeellaatti Proojaktiin jireenya naannoo Gammoojjii fooyyessu ifoome.
Naannichatti proojektiin jireenyaa naannoo Gammoojjii fooyyeessu…
Dhaabbileen amantaa ejjennoo Ityoophiyaan hidha haaromsaarrati qabdu hubachiisuuf qooda isaanii akka…
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2012 (FBC - Dhaabbileen amantaa ejjennoo Ityoophiyaan hidha haaromsaarrati qabdu hubachiisuuf qooda isaanii akka ba’an gaafataman.
Dhaabbileen amantaa…
Gareen qorattootaa fi hayyootaa yaa’a Abbayyaa fi hidha haroomsaarratti mootummaa gorsu hundaa’uufi
Finfinnee,Waxabajjii 17,2012 (FBC) – Gareen qorattootaa fi hayyootaa yaa’a Abbayyaa, hidha haroomsaa fi dhimmoota biroorratti mootummaa gorsu yeroo dhiyootti hundaa’uun gara hojiitti kan…
Manni marichaa raawwii hojii bara baajataa 2012 gamaaggamaa jira
Finfinnee,Waxabajjii 17,2012 (FBC) –Manni Maree Ministirootaa raawwii hojii bara baajataa 2012 gamaaggamaa jiraachuu ibsame
Manni marichaa karoora hojii gurguddoo bara…
Raawwiin hojii waggaa manneen hojii ministirootaa damee hawaasummaa gamaagamamaa jira
Finfinnee,Waxabajjii 17,2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad raawwiin hojii manneen hojii ministirootaa damee hawaasummaa gamaagamamaa jiraachuu ibsan.
…
Guyyoota 6n darbaniitti meeshaaleen Koontiroobaandiin Birrii miiliyoona 27.5 olitti tilmaamamu…
Finfinnee,Waxabajjii 17,2012 (FBC) – Guyyoota 6n darbaniitti meeshaaleen Koontiroobaandii Birrii miiliyoona 27.5 olitti tilmaamamu to’atamu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
…
Kookasichi gamtaan Afrikaa dhimma hidha haaromsaa karaa nagaan furuuf akka hojjetu gaafate
Finfinnee,Waxabajjii 17,2012 (FBC) - Ameerikaatti Koongirasiin Kookasii gurraachootaa, gamtaan Afrikaa dhimma Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa karaa nagaan furuuf akka hojjetu…
Abbaan Taayitaa Broodkaastii buufatalee Raadiyoo sadiif eeyyama laate
Finfinnee,Waxabajjii 16, 2012 (FBC) – Abbaan Taayitaa Broodkaastii buufatalee Raadiyoo sadiif eeyyama laate.
Abbaan Taayitaa Broodkaastii Ityoophiyaa buufatalee Raadiyoo sadiif…