Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jiraattoonni magaalaa Darbaa ABO Shanee balaaleffatan
Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC)- Godina Addaa Naannawaa Finfinneetti jiraattoonni aanaa Sulultaa magaalaa Darbaa fi naannoo ishee hiriira ba'uun ABO Shanee balaaleffataniiru.…
Dooktar Fitsum Asaffaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan Itoo Taakaakoo waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC) – Komishinarri Komishinii Pilaanii fi misommaa Dooktar Fitsum Asaffaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan Itoo Taakaakoo waliin mari’ataniiru.…
Ambaasaaddar Hiruut Zammanaan hoggantoota Paarlaamaa Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC) – Beeljiyeem, Luksambargii fi dhaabbilee gamtaa Awurooppaatti ergamtuun addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Hiruut Zammanaan hoggantoota Paarlaamaa Gamtaa…
Ityoophiyaa fi Indooneezhiyaan oomisha Abaaboorratti waliin hojjechuuf mari’atan
Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC)- Ityoophiyaa fi Indooneezhiyaan oomisha Abaaboorratti waliin hojjechuuf mari'ataniiru.
Mariin viidiyoo konfaraansiin gaggeeffameen kana kan…
Lammiileen Ityoophiyaa 293 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa 293 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Guyyaa kaleessaa Lammiileen Ityoophiyaa 293 Saa’ud Arabiyaarraa gara…
Aadde Mufariyaat Ityoophiyaatti qindeessituu dhaabbata mootummoota gamtoomanii Dooktar Kaatiriin…
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kamiil dhimma deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayitti taasiifamaa jirurratti Ityoophiyaatti qindeessituu…
Koreen Dhaabbii Dhimma Misooma Magaalaa Caffee Oromiyaa raawwii walakkaa waggaa manneen hojii…
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC) – Koreen Dhaabbii Dhimma Misooma Magaalaa Caffee Oromiyaa raawwii walakkaa waggaa manneen hojii sagalii gamaaggamuu Waajjiirri Caffee Oromiyaa beeksise.…
Hoggantoonni olaanoon garee ABUT to’annoo seeraa jala jiran mirgi namoomaa isaan kan eeggame…
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC) – Boordiin sakattoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa naannoo Tigraay hoggantoonni olaanoon garee ABUT to'annoo seeraa jala jiran mirgi namoomaa isaan kan…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 437 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 437 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 4 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Ityoophiyaan Riipabliika Diimookraatawaa Koongootti irra deebiin Imbaasii banuuf karoorfachuu…
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan Riipabliika Diimookraatawaa Koongootti irra deebiin yeroo dhiyootti Imbaasii banuuf karoorfachuu Preezaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen…