Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 185 vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaa’e
Finfinnee,Waxabajjii 16, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 185 vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaa’e.
Sa’aa 24 darbeen qorannaan laabraatoorii samuudaa…
Obbo Gadduu Andaargaachaw gita isaanii Xaaliyaan waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee,Waxabajjii 16, 2012 (FBC) – Obbo Gadduu Andaargaachaw gita isaanii Xaaliyaan waliin bilbilaan mari’atan.
Ministirri Dhimma Alaa obbo Gadduu Andaargaachaaw Ministira…
MM Dr.Abiy hojiilee waggaa kana Mootummaa Federaalaatiin hojjetaman gamaaggamni gaggeffamaa jirachuu…
Finfinnee,Waxabajjii 16, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hojiilee waggaa kana Mootummaa Federaalaatiin hojjetaman gamaaggamni gaggeffamaa jirachuu ibsan.
…
Bulchiinsa Magaalaa Sabbataa Ganda 08 Karaabuu Hurbuuttii daandiin Sadarkaa Asphaaltii kiiloo meetra…
Finfinnee,Waxabajjii 16, 2012 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Sabbataa Ganda 08 Karaabuu Hurbuuttii daandiin Sadarkaa Asphaaltii kiiloo meetra 3 tahu abbootii Qabeenyaan hojjatame eebbifame.…
Sadarkaa biyyaalessatti tajaajilli tola oltummaa Gannaa eegalame
Finfinnee,Waxabajjii 16, 2012 (FBC) – Sadarkaa biyyaalessatti tajaajilli tola oltummaa Gannaa eegalame.
Akka biyyaatti dargaggoota miiliyoona 10.1 kan hirmaachisu tajaajilli…
Waancaan hidha haaromsaa turtii kutaa magaalichaan galii Birrii miiliyoona 47 ol walitti qabame
Finfinnee,Waxabajjii 16, 2012 (FBC) – Waancaan hidha haaromsaa turtii kutaa magaalichaan galii Birrii miiliyoona 47 ol walitti qabame.
Waancaan hidha haaromsaa bulchiinsa…
Ityoophiyaan ejjennoo hidha haaromsaa irratti qabdu irra deebiin Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata…
Finfinnee,Waxabajjii 16, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan ejjennoo hidha haaromsaa irratti qabdu irra deebiin Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniif beeksifte.
Ityoophiyaan…
Ejansichi miidhaa saayberii Gibtsiin aggaamame fashalaa’uu beeksise
Finfinnee,Waxabajjii 16, 2012 (FBC) –Ejansichi miidhaa saayberii Gibtsiin aggaamame fashalaa’uu beeksise.
Ejansii Odeeffannoo fi Nageenyaa Ityoophiyaa Waxabajjii 10, 12, 13 fi…
Akkaadaamiin Ispoortii Dargaggoota Ityoophiyaa giddugala dandamannaa wal’aanamtoota vaayrasii…
Finfinnee,Waxabajjii 16, 2012 (FBC) – Akkaadaamiin Ispoortii Dargaggoota Ityoophiyaa giddugala dandamannaa wal’aanamtoota vaayrasii koroonaa yeroof ta’uun qophaa’e.
Akkaadaamiin Ispoortii…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa maatii 203 deeggarsa taasise
Finfinnee,Waxabajjii 16, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Araadaa irraa walitti kan babba’an maatii 203 deeggarsa taasise.
…