Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunivarsiitiin Arbaa Miinci barattoota barsiisa ture kuma 4 fi 858 eebbisise
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC ) –Yuunivarsiitiin Arbaa Miinci marsaa 33ffaaf barattoota barsiisa ture kuma 4 fi 858 guyyaa har’aa eebbisiseera.
Yuunivarsiitichi barattoota…
Karoora misooma waggaa 10 damee geejjibaarratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC)- Karoora misooma waggaa 10 damee geejjibaarratti mari’atamaa jira.
Waltajjicharratti itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo…
Preezdaanti Saahilawarqi daawwannaa hojiif gara Riippabliika Demookraatawaa Koongoo imalan
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC ) –Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee daawwannaa hojiif gara Riippabliika Demookraatawaa Koongoo imalaniiru.
Preezdaanti Saahilawarqi turtii Koongoon…
Yuunvarsiitii Koollejjii odeeffannoo biyyaalessaa gidduu gala beekkumsaa dameewwan Intelajansii fi…
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) – Daayreekarri jeneraalaa Tajaajila nageenyaa fi odeeffannoo biyyaalessaa obbo Tamasgeen Xirunehii fi hoggantoonni olaanoon guyyaa har'aa sosochii hojii…
Tajaajjilli tika nageenyaa fi odeeffannoo biyyaalessaa miidiyaaleen hawaasaa odeeffannoo sobaa…
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) – Tajaajjilli Tika Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyaalessaa miidiyaaleen hawaasaa odeeffannoo sobaa tamsaasuun hawaasaa burjaajeessaa jiran gochicharraa akka…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 365 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 365 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 35darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Qorichoota yaala Horii 36 gabaarra oolaan keessaa 10 sadarkaa gadi ta’uu ibsame
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) – Qorichoota yaala Horii 36 gabaarra oolaan keessaa sakattoon laabraatoorii taasiifameen10 sadarkaa gadi ta’anii argamuu Abbaan Taayitaa To’annoo Horii,…
Oro-Somaaleen waliigaltee waliinii waggoota shaniif isaan hojjechiisu mallatteessan
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) – Mootummonni naannolee Oromiyaa fi Somaalee Waliigaltee misoomaa fi nageenya waliinii waggoota shaniif turu har'a Finfinneetti walii mallatteessaniiru.…
Hawaasni odeeffannoo miidiyaa hawaasaa gadi lakkifamaan dhugummaa isaa ofeeggannoon adda baafachuu…
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) –Paartiin Badhaadhinaa hawaasni odeeffannoo miidiyaa hawaasaa gadi lakkifamaan dhugummaa isaa ofeeggannoon adda baafachuu qaba jedhe.
Paartichi ibsa…
Abbaan Gadaa Booranaa Jila Galma Guutuu Dhaabuu Jilachuufii Aanaa Areeroo Ardaa Jilaa Badhaasaarraa…
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) – Abbaan Gadaa Booranaa Jila Galma Guutuu Dhaabuu Jilachuufii Aanaa Areeroo Ardaa Jilaa Badhaasaarraa Gara Ardaa Jilaa Guutoootti Godaansaasa jalqaban.…