Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dr Abiy Ahimad Ofisaroota jeneraalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin mari’atan
Finfinnee,Waxabajjii 14, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ofisaroota jeneraalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin mari’atan.
Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ofisaroota…
Hojjettoonni buufata fayyaa kutaa Magaalaa Nifaas Silk Laaftoo aanaa 9 iddoo tursiisa shakkamtoota…
Finfinnee,Waxabajjii 14, 2012 (FBC) – Hojjettoonni buufata fayyaa kutaa Magaalaa Nifaas Silk Laaftoo aanaa 9 iddoo tursiisa shakkamtoota vaayrasii koroonaaf Birrii miiliyoona tokkoon…
Namoonni 63 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise
Finfinnee,Waxabajjii 14, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoonni 63 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise.
Gabaasa sa'aa 24 kanaan qorannaan…
Gaaddiddaawun Aduu Ityoophiyaa dabalatee kutaalee biyyoota addunyaa garagaraatti uumameera
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2012 (FBC) –Gaaddiddaawun Aduu Ityoophiyaa dabalatee kutaalee biyyoota addunyaa garagaraatti uumameera.
Gaaddiddaawun Aduu kun Ityoophiyaatti Wallagga…
Naannoo Oromiyaatti Proojaktoonni misoomaa garaagaraa eebbifaman
Finfinnee,Waxabajjii 13,2012 (FBC) - Naannoo Oromiyaa godinaalee garaagaraatti Proojaktoonni misoomaa hojjetamaa turan eebbifaman.
Godina Booraanaa aanaa Dirree magaalaa…
MM FDRI Dooktar Abiy qaamoolee waamicha Ashaaraa magariisaaf deebii kannan dinqisiifatan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2012 (FCB) -Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad qaamoolee waamicha Ashaaraa Magariisaaf deebii kennan dinqisiifataniiru.
Dooktar Abiy Fuula…
Aadde Adaanachi Abeebee hojjettoota dhaabbilee waamamtootaa waliin biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2012 (FCB) - Haati Alangaa Waliigaa aadde Adaanachi Abeebee hojjetota dhaabbilee waamamtootaa 6 waliin biqiltuu dhaaban.
Godina Addaa naannawaa…
Giddugalli hojii Suphee eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2012 (FCB) - Magaalaa Finfinneetti Giddugalli hojii Suphee eebbifame.
Ijaarsi wiirtuu kanaa baatii tokko keessatti kan xumurame ta’uu ibsameera.…
MM FDRI Dooktar Abiy erga baga gammadanii Preezdaantii Buruundiif dabarsan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2012 (FCB) - Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii haaraa Buruundii Iivaariistee Nidaayshiimaayyeef erga baga gammadanii dabarsan.
…
Waldhabdee Oromoo gidduu jiru hiikuuf sirni gadaa filannoo isa jalqabaa ta’uu qaba – Abbaa Gadaa…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2012 (FCB) - Sirni Gadaa qabeenya Oromoo ta’uu bira darbee qabeenya addunyaat jedhaan walitti qabaan Gumii Abbootii Gadaa fi Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobana…