Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waltajjiin marii Af yaa’iiwwan federaalaa fi naannoolee magaalaa Laallibalaatti gaggeeffamaa…
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) - Waltajjiin marii Af yaa'iiwwan federaalaa, naannoolee fi bulchiinsa magaaloota lamaanii Af yaa'ii mana maree bakka bu'oota ummatta obbo Taaggasee…
Gamtaan Awurooppaa proojaktii eeggumsa qabeenya uumamaa Boomaa Gambeellaaf deeggarsa Yuuroo…
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) – Gamtaan Awurooppaa proojaktii eeggumsa qabeenya uumamaa Boomaa Gambeellaaf deeggarsa Yuuroo Miiliyoona 4.4 taasiseera.
Gamtichi Mootummoota Misoomaa…
Mootummaan naannoo Kibbaa fi Yuunvarsiitiwwan fooramii tumsaa hundeessuuf waltajjii marii gaggeessaa…
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) - Mootummaan naannoo Kibbaa fi Yuunvarsiitiwwan fooramii tumsaa hundeessuuf waltajjii marii magaalaa Walaayittaa Sooddootti gaggeessaa jiru.…
Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee daawwannaa hojiif gara Taanzaaniyaa imalan
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) –Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee daawwannaa hojiif gara Taanzaaniyaa imalaniiru.
Preezdaanti Saahilawarqi turtii isaaniin dhimmoota komishinii Naayil…
Waltajjiin marii Af yaa’iiwwan federaalaa fi naannoolee boruu eegalee magaalaa Laallibalaatti…
Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) – Waltajjiin marii Af yaa'iiwwan federaalaa fi naannoolee Af yaa'ii mana maree bakka bu'oota ummatta obbo Taaggasee Caafoon durfamu boruu eegalee magaalaa…
Proojektiin daandii Riqicha Waabee – Agaarfaa – magaalaa Alii daawwatame
Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) – Proojektiin daandii Riqicha Waabee - Agaarfaa - magaalaa Alii Baalee fi Arsii giddu gala biyyaan walquunnamsiisu daawwatameera.
Proojektiin daandichaa…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 469 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 469 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 3 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Hojii bu’uuraalee misoomaa Ityoophiyaan raawwatu deeggaruuf mootummaan Chaayinaa murannoo qaba…
Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) – Hojii bu'uuraalee misoomaa Ityoophiyaan raawwatu deeggaruuf mootummaan Chaayinaa murannoo qabaachuu Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa ta'uun kan…
Biiroon Misooma Magaalaa fi Manneenii Oromiyaa gamaaggama raawwii hojii baatiwwan 6’n darbanii…
Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) – Biiroon Misooma Magaalaa fi Manneenii Oromiyaa gamaaggama raawwii hojii magaalotaa baatiwwan 6'n darbanii magaalaa Bishooftuutti geggeesseera.…
Humni addaa, milishaa fi poolisiin naannoo Tigiraay duraanii 750 ol haaromsa fudhatanii gara naannoo…
Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) –Humni addaa, milishaa fi poolisiin naannoo Tigiraay duraanii 750 ol haaromsa fudhatanii gara naannoo isaaniitti deebi’uufi.
Namoonni kenniin naannoo…