Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaant Saahilawarq miidhaa weerarri vaayrasii koroonaa Afrikaarraan ga’u ittisuuf sagantaa…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2012 (FCB) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen miidhaa weerarri vaayrasii koroonaa Afrikaarraan ga’u ittisuuf sagantaa qabeenya walitti qabuu viidiyoo…
Sarara daddabarsa humnaa daandii Baaburaa ijaaruuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2012 (FCB) –Proojaktii daandii Baaburaa Awaash – Waldiyaa gabaa Haraatiif sarara daddabarsa humnaa ijaaruuf waliigalteen mallataa’e.
Waliigaltichi…
Obbo Awwaluu Abdii sadarkaa Ministiraatti Preezdaantii Akkaadaamii Mallas ta’uun Muudaman
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2012 (FCB) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Obbo Awwaluu Abdii sadarkaa Ministiraatti Preezdaantii Akkaadaamii Mallas gochuun muuduu isaanii…
Harkifachuu ijaarsa Proojaktii hidha haaroomsaaf rakkoon bulchiinsa gaarii qooda olaanaa taphachuu…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Harkifachuu ijaarsa Proojaktii Hidha Haaromsa Guddichaaf rakkoon bulchiinsa gaarii qooda olaanaa qaba ture jedhan Ministirri Ministeera Bishaan,…
Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi namoota Covid -19 qabamanii 2988 ga’e
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) –Gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoonni 101 vaayrasii koroonaatin qabamuu Biiroon Fayyaa magaalaa Finfinnee beeksise.
Sa’aa 24…
Giddugalli qorannoo Covid -19 magaalaa Bahaar Daar hojii eegale
Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Yuunvarsiitii Bahaar Daar Hospitaal Ispeeshaalaayizdii Xibaba Gihoonitti giddugalli qorannoo laabraatoorii vaayrasii koroonaa hojii eegale.…
Leetanaal Jeneraal Mahammad Haamdaan hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Itti aanaan Preeezdaantii Sudaan, Leetanaal Jeneraal Mahaammad Haamdaan Daagloon hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee daawwachuu ibsame.
…
Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf labsii yeroo ariifachiisaa ba’erratti fooyyessii taasifame
Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf labsii yeroo ariifachiisaa ba'erratti fooyyessii taasifame.
Fooyyessichi kan taasifame qajeelfamoota…
Gabaasa sa’aa 24 darbetiin vaayrasichaan lubbuun namoota 7 darbe
Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoonni 116 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise.
Gabaasa sa'aa 24 kanaan…
Rakkoo Paartii Badhaadhinaa fi ABUT furuuf hojjetamaa jira- jaarsolii
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Rakkoo Paartii Badhaadhinaa fi Adda Bilisummaa Ummata Tigraay jidduu jiru hiikuuf hojjechaa jiraachuu jaarsoliin biyyaa Ityoophiyaa beeksisan.…