Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantoonni juuntaa TPLF haleellaan Raayyaa Ittisa Biyyaarratti akka raawwatamu qindeessaniifi…
Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) – Hoggantoonni juuntaa TPLF haleellaan Raayyaa Ittisa Biyyaarratti akka raawwatamu qindeessaniifi hogganan gaafatamuu qabu jedhame.
Jarreen juuntaa…
Hojii Ijaarsa Hidha Haaromsaa milkeessuun Agarsiiftuu Waan jalqabne xumuruu keenyati- Aadde Caaltuu…
Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) –Waltajii Mana Maree qindeessaa Ijaarsa Hidha Haaromsaa naannoo Oromiyaa qooda fudhattoota waliin Adaamaa Galma Gadaatti dhimma hidhichaarratti mari'ateera.…
Lammiilee Ityoophiyaa Chaayinaatti barnootarratti argaman waliin haala yeroorratti mariin taasiifame
Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) – Chaayinaatti Imbaasin Ityoophiyaa Lammiilee Ityoophiyaa Chaayinaatti barnootarratti argaman waliin haala yeroorratti marii taasiisuu…
Magaalaa Maqaleetti lammiilee deeggarsa barbaadaniif deeggarsi taasiifamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) – Magaalaa Maqaleetti lammiilee deeggarsa barbaadaniif deeggarsi taasiifamaa jiraachuu Kaantibaan magaalichaa obbo Ataakiltii Hayilasillaaseen ibsan.…
Mootummaan naannoo Oromiyaa dhaloota boru addunyaa hogganu horachuuf hojjechaa jira – Obbo Shimallis…
Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa dhaloota boru addunyaa hogganu horachuuf hojjechaa jira jedhan Preezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo…
Abbaan taayiitaa daandiwwanii Oromiyaa gamaaggama raawwii hojii baatii jahaa gaggeesse
Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) – Abbaan taayiitaa daandiwwanii Oromiyaa gamaaggama raawwii hojii baatii jahaa fi kallattii hojii itti aananii gaggeesseera.…
Qabeenya kuufamaa qabnu gara abdii qabatamaatti jijjiiruun hojii murannooti – Dooktar Abiy
Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) – Qabeenya kuufamaa qabnu gara abdii qabatamaatti jijjiiruun hojii murannooti jedhan Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Naannawaa keenya…
Wixineen dambii ragaa fi sirni dhimmoota filannoo mana murtiitti itti keessummaa’u qophaa’e
Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) – Wixineen dambii ragaa fi sirni dhimmoota filannoo mana murtiitti itti keessummaa’u qophaa’uu ibsameera.
Wixinee dambichaarratti…
Dhaabbileen barnootaa olaanoo garaagaraa barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa turan eebbisiisan
Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) – Dhaabbileen barnootaa olaanoo garaagaraa barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa turan eebbisiisaniiru.
Yuunvarsiitiin Madda Walaabuu Kampaasiin…
Biiroon Barnootaa Oromiyaa qaamolee guddina barnootatiif gumaacha taasisaniif beekamtii laateera
Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) - Biiroon Barnootaa Oromiyaa qaamolee guddina barnootatiif gumaacha taasisaniif beekamtii laate.
Sirni beekamti kunis har'a magaalaa Adaamaatti…