Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waldaan Misooma Oromiyaa deeggarsa gumaache
Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Waldaan Misooma Oromiyaa deeggarsa addaddaa gumaache.
Waldichi aanaa Sabbataa Hawaasitti namoota harka qalleeyyii ta'aniif deeggarsa…
Qonnaan bultootaaf deeggarsi Xaa’oo fi sanyii filatamaa taasifame
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Qonnaan bultoota naannoo kutaa bulchiinsa magaalaa Nifaas Silk Laaftoof deeggarsi Xaa’oo fi sanyii filatamaa taasifame.
Qonnaan…
Milkiin Ityoophiyaa, furtuu milkii Afrikaati -preezdaantii Baankii Addunyaa
Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Milkiin Ityoophiyaa, furtuu milkii Afrikaati jedhan preezdaantiin Baankii Addunyaa Deeviid Maalpaas.
Preezdaantichi baankichi deeggarsaa…
Gibts Hidha Haaromsaarratti mormiin qabdu kan siyaasaa malee, saayinsaawaa miti – hayyuu…
Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Gibts Hidha Haaromsaarratti mormiin qabdu kan siyaasaa malee, saayinsaawaa miti jedhan hayyuun biyyattii Firuuz Albaaz.
Gibts hidhicha…
Naannoo Amaaraatti sagantaan yaadannoo wareegamtootaa kabajamaa jira
Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraatti sagantaan yaadannoo wareegamtootaa magaalaa Dabrataaboritti kabajamaa jira.
Yaadannoon ajjeechaa hoggansa olaanoo…
Weerara Covid -19 ittisuuf hariiroon Afrikaa – Chaayinaa ga’ee olaanaa qaba – Obbo Gadduu
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) - Weerara Covid -19 ittisuuf hariiroon Afrikaa - Chaayinaa ga’ee olaanaa qabaachuu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI – Obbo Gadduu Andaargaachaw…
Weerarri Covid -19 hariiroo daldalaa Ityoophiyaa fi Raashiyaa hin gufachiifne -Ambaasaaddar…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) - Weerarri Covid -19 hariiroo daldalaa Ityoophiyaa fi Raashiyaa kan hin gufachiifne ta’uu Raashiyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Alamaayyoo Taganuun…
Ityoophiyaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee Doolaara miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 50 walii…
Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee liqaa fi deeggarsaa Doolaara Ameerikaa miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 50 walii mallatteessan.…
Gabaasa qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoonni 195 vaayrasii koroonaatin qabamaniiru
Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoonni 195 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise.
Gabaasa sa'aa 24…
Paartiin Badhaadhinaa naannoo Somaalee muudama laate
Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa naannoo Somaalee muudama laate.
Obbo Ibraahiim Usmaan, obbo Adan Faaraah bakka bu'uudhan itti aanaa preezdaantii…