Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhimma fayyaa fi nageenya MM FDRI Dooktar Abiy ilaalchiisee oduun miidiyaalee hawaasummaan tatamsaa…
Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) –Dhimma fayyaa fi nageenya Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ilaalchiisee oduun miidiyaalee hawaasummaan tatamsaa jiru odeeffaannoo sobaa ta'uu…
Preezdaanti Saahiwarq hoggantoota dubartootaa biyyoota Afrikaa garaagaraa giddula leenjii hooggansaa…
Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahiwarq Zawdeen hoggantoota dubartootaa biyyoota Afrikaa garaagaraa filatamuun giddula leenjii hooggansaa Eelan Joonsan Sarliif…
Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen walga’ii mana maree Indiyaanaarratti haala waqtaawaa…
Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen walga'ii Mana Maree Indiyaanaarratti haala waqtaawaa…
Eebbifamtoonni damee hojii irratti bobba’aniin tokkummaa, nageenyaa fi duudhaalee Ityoophiyaa…
Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC) –Eebbifamtoonni bara kanaa damee hojii irratti bobba'aniin tokkummaa, nageenyaa fi duudhaalee Ityoophiyaa wantoota qoranirraa bilisa ta'uun biyya isaanii…
Dandeetti oomisha Dhaabbata Simiintoo Mugaar guddisuuf carraaqqin taasifama jiraachuun Ministeerri…
Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) – Dandeetti oomisha Dhaabbata Simiintoo Mugaar guddisuuf carraaqqin taasifama jiraachuun Ministeerri Albuudaa fi Boba’aa ibse.
Haqina…
karoora misooma daandii Waggaa 10 irratti marii’atame
Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) – karoora misooma daandii Waggaa 10 irratti marii’atame.
Karoora Misooma daandii Waggaa 10 fi daandiwwan Naannoo Afaaritti hojjetaman fi gara…
Yuunivarsiitiin Madda Walaabuu yeroo 12ffaaf barattoota muummeewwan garagaraatiin barsiisaa ture…
Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) – Yuunivarsiitiin Madda Walaabuu yeroo 12ffaaf barattoota muummeewwan garagaraatiin barsiisaa ture eebbise.
Yuunivarsiitichi guyyaa…
Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonniin lammiilee Godina…
Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonniin lammiilee Godina Matakkal irraa buqqa’an waliin marii’atan.…
“ Mootummaan Ityoophiyaa beela akka meeshaa itti fayyadameera” jechuun gabaasa ‘Za Ikoonoomist’…
Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) – “ Mootummaan Ityoophiyaa beela akka meeshaa itti fayyadameera” jechuun gabaasa ‘Za Ikoonoomist’ baase mootummaan cimsee akka balaaleffatu beeksise.…
Obbo Ristuu Yirdaw Godina Goofaatti daawwannaa hojii taasisaa jiru
Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) –Obbo Ristuu Yirdaw Godina Goofaatti daawwannaa hojii taasisaa jiru.
Itti Aanaa Preezdaantii Mootummaa Naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaw…