Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sudaan, Hidha Haaromsaarratti ejjennoon kiyya fayyadamtummaa haqa qabeessa jette
Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Sudaan, Hidha Haaromsaarratti ejjennoon kiyya itti fayyadama bishaanii haqa qabeessarratti kan hundaa'edha jette.
Ministirri Ministeera…
Ityoophiyaanonni ibsa Manni Maree Nageenyaa Hwaayit Haawus Hidha Haaromsaa ilaalchisuun baase…
Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanonni ibsa Manni Maree Nageenyaa Hwaayit Haawus Hidha Haaromsaa ilaalchisuun baase balaaleffatan.
Manni marichaa ibsa kaleessa…
MM Dr Abiyyii fi itti aanaan walitti qabaa Mana Maree Sudaan Paarkii Indaastirii Adaamaa daawwatan
Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi itti aanaan walitti qabaa Mana Maree Sudaan Leetanaal Janaraal Mahaammad Hamdaan Daagloo waliin…
Sabbataatti proojaktoonni Birrii miiliyoona dhibba 5 fi miiliyoona 63 olii ebbifaman
Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Magaalaa Sabbataatti proojaktoonni Birrii miiliyoona dhibba 5 fi miiliyoona 63 oliin ijaarraman ebbifaman.
Proojaktoonni misoomaa godina…
Hidhi Haaromsaa proojaktii nama dhuunfaa ta’eet ture – Ambaasaaddar Alamaayyahu Taganuu
Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Hidhi Haaromsaa walitti qabdoota boordii duraatin kisaaraa jabaaf saaxilameera jedhan ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii duraanii fi…
MM Dr Abiy, Leetanaal Janaraal Mahaammad Haamdaan Daalgoo waliin walargan
Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad itti aanaa walitti qabaa Mana Maree Sudaan Leetanaal Janaraal Mahaammad Haamdaan Daalgoo waliin walargan.…
Mariin Hidha Haaromsaa kaleessas itti fufee oolera
Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Mariin Hidha Haaromsaarratti Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts gaggeessan kaleessas itti fufee oolera.
Ministeerri Bishaan, Jallisii fi…
Koreen Taaski Foorsii tajaajila lammummaa Oromiyaa qabeenya Biiliyoona 1.2 walitti qabuun…
Finfinnee,Waxabajjii 10, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti hojii tajaajila lammummaa ittisa COVID-19 irratti hojjetameen deeggersi qarshii fi meeshaa Birrii biiliiyoona 1.2 taasifamuu…
MM FDRI Dooktar Abiy yaa’ii Chaayinaa – Afrikaarratti hirmaatan
Finfinnee,Waxabajjii 10, 2012 (FBC) – Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad yaa’ii Chaayinaa -Afrikaa interneertiin gaggeeffamerratti hirmaataniiru.
Yaa’ichi weerara…
Magaalaa Finfinneetti lakkoosi namoota vaayraasii koroonaan qabamanii 2743 ga’e
Finfinnee,Waxabajjii 10, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 85 irratti vaayrasiin koroonaa argame.
Hanga ammaatti magaalaa Finfinneetti…