Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Federeeshinii hirmaannaa dubartootaa fooyyeessuun murteessaa ta’uu beeksise
Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) – Manni Maree Federeeshinii hirmaannaa dubartootaa fooyyeessuun murteessaa ta'uu beeksise.
Manni Maree Federeeshinii hirmaannaa dubartoonni…
Proofeesaroonni Ityoophiyaa dandeetti isaanii biyyaaf oolchuun hirmaanna taasisu qabu – Preezdaanti…
Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) –Proofeesarootni guutuun Ityoophiyaa dandeetti isaanii biyyaaf oolchuun hirmaanna taasisu akka qaban Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee yaa’ii idilee Mana…
Dorgommiin ‘Miss Tourism Oromia’ adeemsifamuufi
Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) – Dorgommiin ‘Miss Tourism Oromia’ qopheessummaa Komishinii Turizimii Oromiyaa (KTO) fi Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaa (BATO)tiin qophaa’e…
Dhaabbileen Barnootaa Olaanoo barattoota isaanii eebbisiisaa jiru
Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) – Dhaabbileen Barnootaa Olaanoo barattoota isaanii eebbisiisaa jiru.
Yuunvarsiitiin Gondar, Injibaaraa, Waraabee fi Jiinkaa barattoota Muummee…
Abbaan Bariisaa boqotan
Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) - Proofeesar Maahdii Haamiid Muudee, Abbaan Gaazexaa Bariisaa, barreessaan Galmee Jechootaa Afaan Oromoo, Xalayaa Bariisaa, Walaloo Bariisaa boqatan.…
Ministirri Dhimma Alaa Ingiliiz Doominiik Raabi deeggarsa namoomaa naannoo Kaaba Ityoophiyaatti…
Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) - Ministirri Dhimma Alaa Ingiliiz Doominiik Raab deeggarsa namoomaa Dhaabbatni Gargaarsaa Biriitaaniyaa naannoo Kaaba Ityoophiyaatti dhiyeessaa jiru…
Lammiileen Ityoophiyaa 281 Sawuud Arabiyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’an
Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) - Lammiileen Ityoophiyaa 281 Sawuud Arabiyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’an.
Lammiileen Ityoophiyaa Sawuud Arabiyaa irraa gara biyya…
Magaalaa Adaamaatti sagantaan Ispoortii sochii qaamaa adeemsifame
Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC) -Qopheessumaa Koomiishinii Ispoortii Naannoo Oromiyaa fi bulchiinsa magaalaa Adaamaatiin sagantaan sochii qaamaa magaalaa Adaamaatti taasifameera.…
Ityoophiyaan Agarsiisa daldalaa fi Baazaarii idil addunyaa 38ffaa Sudaanirratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan Agarsiisa daldalaa fi Baazaarii idil addunyaa 38ffaa Sudaanirratti hirmaachaa jiraachuu ibsame.
Agarsiisa daldalaa fi Baazaaricharratti…
Jiraattoonni godina Wallagga Lixaa aanaa Baabboo Gambeel ABO Shanee balaaleeffatan
Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC) –Jiraattoonni godina Wallagga Lixaa aanaa Baabboo Gambeel hiriira ba'uun ABO Shanee balaaleeffataniiru.
Aanaa Baabboo Gambeel Jiraattoonni Ambaaloo…