Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Oromiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 211ga’e
Finfinnee,Waxabajjii 10, 2012 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 5 irratti vaayrasiin koroonaa argame.
Sa’aa 24 darbe keessatti qorannaan samuudaa…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 129 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee,Waxabajjii 10, 2012 (FBC) - Qorannaa sa’aa 24 darbeetin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 129 vaayrasii koroonaatin qabaman.
Sa’aa 24 darbe keessatti qorannaan…
Itti aanaan Preezdaantii Sudaan Leetanaal Jeneraal Mahammad Hamdaan Finfinnee galan
Finfinnee,Waxabajjii 10, 2012 (FBC) – Itti aanaan Preezdaantii Sudaan Leetanaal Jeneraal Mahammad Haamdaan dhimmota waktaawaarratti mari’achuuf Finfinnee galan.
Leetanaal…
Injiinar Taakkalaan hawaasa Ispoortii waliin biqiltuu dhaabaan
Finfinnee,Waxabajjii 10, 2012 (FBC) – Itti aanaa Kaantibaan magaalaa Finfinnee Injiinar Taaakkalaa Uumaan hawaasa Ispoortii waliin biqiltuu dhaaban.
Injiinar Taakkalaan kutaa…
Yaadni ashaaraa magariisaa miidha qabeenya uumaamaarra ga’uu hambsuuf carraaqa –MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2012 (FBC) - Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad yaadni ashaaraa magariisaa miidhaa qabeenya uumaamaarra ga’uu hambsuuf carraaqa jedhan.
…
Kooriyaan Kibbaa misooma bosonaa mirkaneessuuf Ityoophiyaa waliin hojjechuufi
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2012 (FBC) - Kooriyaan Kibbaa misooma bosonaa mirkaneessuuf Ityoophiyaa waliin hojjechuufi jedhame.
Qabeenya bosonaa itti fufiinsaan waliin misoomsuuf…
Ejjennoon Gibts, marii sadee Hidha Haaroomsaa Guddichaa gufachiise – Obbo Gadduu
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2012 (FBC) – Ejjennoon Gibts bishaan Abbayitti ana qofatu fayyadama jedhu marii sadee eegalame gufachiisuu Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaacgaw…
MM FDRI Abiy Ahimad gita isaanii Kaanaadaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2012 (FBC) – Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad gita isaanii Kaanaadaa Jestiin Truudoo waliin bilbilaan mari’atan.
Dooktar Abiy Fuula…
Ityoophiyaa bakka bu’uun ambaasaaddaroonni biyyoota garagaraa ramadaman kakuu raawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) –Ityoophiyaa bakka bu’uun ambaasaaddaroonni biyyoota garagaraa ramadaman kakuu raawwatan.
Ambaasaaddaroonni haaraa muudaman guyyaa…
Waldaan Aksiyoona Baaburaa Ityoo-Jibuutii yeroo jalqabaaf Kaappineeta baabburaa eebisiise
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) –Waldaan Aksiyoona Baaburaa Ityoo-Jibuutii yeroo jalqabaaf Kaappineeta baabburaa eebisiise.
Waldaan Aksiyoona Baaburaa Ityoo-Jibuutii Baatii ja’an…