Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministirri alaa Ingiliiz Doomiiniik Raab biyyi isaanii michummaa Ityoophiyaa waliin qabdu caalmaatti…
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq fi Dammaqaa Makoonniin Ministira Dhimma Alaa Ingiliiz Doomiinik Raab waliin mari’ataniiru.
Preezdaantiin FDRI…
Ambaasaaddar Alamaayahu Taganuu dura taa’aa koree mana maree dhimmoota idila addunyaa Raashiyaa…
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Ambaasaaddar Alamaayyahu Taganuu dura taa’aa Koree Mana Maree dhimmoota idila addunyaa Raashiyaa Koonistaantiin Koosaacheev waliin Viidiyoo konfaransiin…
Gaazexeessitoota adda waraanaa garaagarratti gabaasa hojjechaa turaniif beekkamtiin laatame
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Broodkaastiingii Ityoophiyaa jila Gaazexeessitootaa adda waraanaa garaagarratti gabaasa hojjechaa turaniif beekkamtiin laate.…
Ministirri Alaa Ingiliiz Ityoophiyaatti daawwannaa gaggeessaa jiru
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ingiliiz Doomiiniik Raab Ityoophiyaatti daawwannaa hojii taasiisaa jiru.
Ministirichi har’aa…
Sanadni sirna qajeelfama yakkoota karaa seeraa alaa daangaa ce’an qorachuu fi kaa’uuf gargaaru…
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC ) - Sanadni sirna qajeelfama yakkoota karaa seeraa alaa daangaa ce’an qorachuu fi kaa’uuf gargaaru qophaa’e.
Sanadni sirna qajeelfama yakkoota karaa…
Biiroon Aadaa fi Tuuriizimii Oromiyaa Waldaa Daawwachiiftota Ityoophiyaa waliin waliigaltee hojii…
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC ) - Biiroon Aadaa fi Tuuriizimii Oromiyaa Waldaa Daawwachiiftota Ityoophiyaa waliin waliigaltee hojii mallatteesse.
Waliigalticha Itti Aanaa…
Hojii tola ooltummaa damee barnootaa Ganna darbee hojjetame keessatti abbootii qabeenyaa, dhaabbilee…
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC ) - Hojii tola ooltummaa damee barnootaa Ganna darbee hojjetame keessatti abbootii qabeenyaa, dhaabbilee fi barsiisota hirmaannaa olaanaa taasisaniif…
Gaambeellaatti manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Waajjira Giiftii dureen ijaarrame eebbifame
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Ifaa Gaambeellaa magaalaa Gaambeellaatti Waajjira Giiftii Dureen ijaarrame har’a waaree booda eebbifameera.…
Lammiileen Ityoophiyaa 80 mana amala sirreessaa Taanzaaniyaa turan gara biyya isaaniitti deebi’uufi
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC ) - Lammiileen Ityoophiyaa 80 mana amala sirreessaa Taanzaaniyaa turan gara biyya isaaniitti deebi’uufi.
Lammiileen Ityoophiyaa 80 mana amala…
Miseensota ABO shaneerratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Aanaalee godina Qellam Wallaggaatti Olaantummaa seeraa kabachiisuu fi duula hojii nageenya mirkaneessuuf gaggeeffamee miseensota ABO Shanee 5 irratti…