Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Sadarkeessa Biyyaalessaa Sadarkaalee Ityoophiyaa 52 raggaasise
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) –Manni Maree Sadarkeessa Biyyaalessaa Sadarkaalee Ityoophiyaa 52 raggaasisuu Ejansiin Sadarkeessa Ityoophiyaa beeksise.
Ejansiin Sadarkeessa…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 109 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) – Qorannaa sa’aa 24 darbeetin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 109 vaayrasii koroonaatin qabaman.
Sa’aa 24 darbe keessatti qorannaan samuudaa namoota…
Gidduugaleessi qindaawaa kenninsa tajaajila kunuunsaa fi haqaa dubartootaa fi daa’immanii hospitaala…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) – Abbaan Alangee waliigalaa Federaalaa aadde Adaanecha Abeebee gidduu galeessa qindaawaa kenninsa tajaajila kunuunsaa fi haqaa dubartootaa fi daa’immanii…
Projaktootni haaraa 45 fi buleeyyii 5 maallaqa Birrii miiliyoona 80.47 xumuramani bulchiinsi…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) – Projaktootni haaraa 45 fi buleeyyii 5 maallaqa Birrii miiliyoona 80.47 xumuramani bulchiinsi magaalaa Moojoo eebbisise.
Projaktootni kunni…
Hospitaalli Suudee birrii miiliyoona 60 ijaarame eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) – Hospitaalli Suudee birrii miiliyoona 60 ijaarame eebbifame.
Hospitaalli Suudee Birrii miiliyoona 60 ijaaramaa ture bakka sadarkaa itti aanaa…
Baha Ityoophiyaatti koreen waliinii tattamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisu hundeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) – Baha Ityoophiyaatti koreen waliinii tattamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisu hundeeffame.
Naannooleen Baha Ityoophiyaatti argamanii fi…
Namoonni 87 vaayrasii koroonaarra damdamatan giddugala damdamannaa galma barkumeeti bahan
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) – Namoonni 87 vaayrasii koroonaarra damdamatan giddugala damdamannaa galma barkumeeti bahan.
Koollejjii Meedikaalaa Hospitaala…
Naannoo Oromiyaatti Projektoonni 3,981 Birrii biiliyoona 4.8 oliin hojjatamaa ture xumuramuun…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Projektoonni 3,981 Birrii biiliyoona 4.8 oliin hojjatamaa ture xumuramuun sadarkaa eebbaaf gahee jira.
Hojiilee gama hundaan…
Biyyoonni Miseensa Gamtaa Awurooppaa Ityoophiyaaf hanga ammaatti deeggarsa Birrii biiliyoona 19…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) – Biyyoonni Miseensa Gamtaa Awurooppaa Ityoophiyaaf Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf hanga ammaatti deeggarsa Birrii biiliyoona 19 taasisuu…
Meejer Jeneraal Kafyaalaw Amdee Tasammaa Sudaan Abiyyeetti hogganaa humna waraana nagaa kabachiisaa…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) – Meejer Jeneraal Kafyaalaw Amdee Tasammaa Sudaan Abiyyeetti hogganaa humna waraana nagaa kabachiisaa Dhaabbata mootummoota Gamtoomanii ta’uun muudaman.…