Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaantoonni Naannolee Amaaraa, Giddugaleessaa Itiyoophiyaa, Sidaamaa fi Somaalee ergaa baga…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) –Pireezidaantoonni Naannole Amaaraa, Giddugaleessaa Itiyoophiyaa, Sidaamaa fi Somaalee Ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1446ffaa sababeeffachuun ergaa baga…
Pireezidaanti Taayyeen ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1446ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Hawaasa…
Ayyaanni Iid Alfaxir waggaa 1446ffaan boru kabajama jedhame
Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Addeessi Baatii Shawaal bahuu hordofee Ayyaanni Iid Alfaxir waggaa 1446ffaan boru akka kabajamu ibsameera.
Pireezidaantiin Mana Maree Waliigalaa…
Dooktar Abiy ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1446ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Iid Alfaxir…
Dura ta’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) –Dura ta'aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammad Alii Yuusuuf Ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1446ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Pireezidaantoonni naannolee ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) –Pireezidaantoonni naannolee garaagaraa Ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1446ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Pireezidaantiin naannoo…
Dhaabbatichi Adaamii Tulluu fi Sokorruutti lammiilee 600’f maaddii qoode
Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Dhaabbanni Dhuunfaa Itti Gaafatamummaan isaa murtee’a Indaastiriin Qonnaa Gibee gareen Qarcaanshee ayyaana Iid Alfaxir sababeeffachuun Adaamii Tulluu…
Manni Maree Waliigalaa dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa ergaa baga geessanii dabarse
Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Manni Maree Waliigalaa dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa Ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1446ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera.…
Eebba hafuuraa baatii Ramadaanaa argame itti fufsiisuun Musliima hundaarraa eegama – Yaa’icha
Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Eebba hafuuraa, jaalala, kabajaa fi tokkummaa baatii Ramadaanaa argame itti fufsiisuun Musliima hundaarraa kan eegamau ta’uu Yaa’iin Dhaabbilee…
Miidiyaaleen dhimmoota tokkummaa fi sabdaneessummaa diigan tamsaasurraa of qusachuu qabu – Dooktar…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Miidiyaaleen dhimmoota tokkummaa fi sabdaneessummaa diigan tamsaasurraa of qusachuu akka qaban Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Ministirri Waamamaa…