Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministirri Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa fi Eegumsa Naannoo Emireetoota Araba Gamtoomanii Finfinnee…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) -Ministirri Ministeera Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa fi Eegumsa Naannoo Emireetoota Araba Gamtoomanii Amnaa Biinti Abdullaahii Al Daahiik Al Shaamsii…
Ministirri Alaa Taanzaaniyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) -Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Taanzaaniyaa Mahimmuud Taabiit Koomboon Finfinnee galan.
Ministirichi Yaa'ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota…
Pireezidaantii Itti Aantuun Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Muhaammad hojiilee misoomaa magaalaa…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) -Pireezidaantii Itti Aantuun Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Muhaammadii fi Hirmaattoonni Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii Magaalaa…
Sagantaa guddina ijoollummaa duraa caalmaatti cimsuuf hojjetamaa jira – Kantibaa Adaanech…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) -Sagantaa guddina ijoollummaa duraa bu'ura ijaarsa biyyaa godhannee xiyyeeffannoon hojjetaa jira jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee.…
Hirmaattoonni Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Magaalaa Finfinneetti Giddugala Gurgurtaa fi Kuusaa…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC)- Hirmaattoonni Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii hojiilee Itiyoophiyaan Tiraansfoormeeshinii nyaataan hojjechaa jirtu daawwataniiru.…
Dooktar Abiy Afrikaatti Daayrektara UNDP waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Mootummoota Gamtoomaniti Gargaartuu Barreessituu fi Afrikaatti Daayirektara UNDP Ahunaa Iziyaakonwaa waliin…
Dooktar Abiy Pireezidaantii Fandii Misooma Qonnaa Idil Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Fandii Misooma Qonnaa Idil Addunyaa Alvaaroo Laariiyoo waliin mari’achuu ibsan.
Dooktar…
Hirmaattonni Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii Moojootti Horsiisa Lukkuu daawwatan
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC)- Keessummoonni Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomaniirratti hirmaachuuf dhufan Magaalaa Moojootti Horsiisa lukkuu fi qindesssa lukkuu…
Dooktar Abiy Daayirektara Olaanaa FAO waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Daayirektara Olaanaa Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa Kuu Doongiyuu waliin mari'ataniiru.
Dooktar Abiy…
Barreessituu Itti Aantuun Mootummoota Gamtoomanii Finfinnee galan
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC)- Barreessituu Itti Aantuun Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Mahaammad yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa irratti hirmaachuuf Magaalaa Finfinnee…