Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Finfinneetti wixinee Plaanii waggaa 10nirratti mar’atamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) - Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee Wixinee Plaanii waggaa 10nirratti marii gaggeessaa jiru.
Karoorri waggaa 10 kun Imaammataa,…
BBCn gabaasa dhimma Hidha Haaroomsaarratti tamsaaseef dhiifama gaafate
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) – BBCn Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiitu dhimma hidha haaroomsaa Sudaanii fi Gibts walqabaturratti dubbataniiru jechuun gabaase…
Jilli obbo Dammaqaan durfamu hojiilee misoomaa naannoo Dabra Birhaan daawwachaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) – Jilli itti aanaa Muummee Ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makkoonniin durfamu hojiilee misoomaa Magaalaa Dabra Birhaanii fi naannoo ishee daawwachaa…
‘Murteen Manni Maree naannoo Tigraay filannoo gaggeessuuf dabarse heera mootummaa kan…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) - ‘Murteen Manni Maree naannoo Tigraay filannoo gaggeessuuf dabarse heera mootummaa kan falleessuu ta’uu itti gaafatamaan Seekreetaariyaat…
Sagantaan kenna tajaajila lammummaa sadarkaa Oromiyaatti eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Walisootti argamuun sagantaa kenna tajaajila lammummaa naannoo Oromiyaa eegalchiisan.…
Warshaan daabboo shaggar oomisha eegaluuf boqonnaa dhumaarra ga’e
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) –Warshaan daabboo shaggara oomisha eegaluuf boqonnaa dhumaarra ga’uu itti aanaa Kaantibaan magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan himan.…
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen boqachuu Preezdaantii Buurudiif gadda itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq Zawdeen boqachuu Preezdaantii Buurudiif gadda itti dhaga’ame ibsan.
Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen boqachuu…
Saaxilamummaa damee Koonistiraakshinii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf qajeelfamni ragga’e
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Saaxilamummaa damee Koonistiraakshinii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf qajeelfamni lakoofsi 5 ragga’uu Haati Alangaa Waliigalaa aadde Adaanachi…
Preezdaant Shimallisa Abdiisaan tajaajila lammummaaf waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan waamicha hojii tajaajila lammummaa dabarsan.
Ergaa guutuun haala armaan…
190 keessaa 85 jiraattoota kutaa bulchiinsa Booleeti
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoota guyyaa har’aa vaayrasii koroonaan qabaman 190 keessaa 85 jiraattoota kutaa bulchiinsa Boolee ta’uu Biiroon Fayyaa…