Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Afaaritti weerarri awwaannisaa irra deebiin muldhate
Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC ) - Naannoo Afaaritti weerarri awwaannisaa irra deebiin muldhate.
Naannoo Afaaritti weerarri awwaannisaa irra deebiin muldhachuu Biiroon Qonnaa fi…
Aanaa Jimmaa Horrootti jiraattoonni magaalaa Nuunnuu ABO Shanee balaaleffatan
Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Jimmaa Horrootti jiraattoonni magaalaa Nuunnuu duula sakatta'iinsa ABO Shanee gaggeessuun balaaleffataniiru.
Duula…
Aanaa Ada’aa Bargaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun nama 1 darbe
Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ada'aa Bargaa magaalaa Mugaritti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun nama 1 darbeera.
Balichi magaalaa Mugar bakka Sulula…
Ministirri Qonnaa obbo Umar Huseen abbaa qabeenyaa Jibuutii obbo Diirree Alii waliin marii’atan
Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC ) - Ministirri Qonnaa obbo Umar Huseen abbaa qabeenyaa Jibuutii obbo Diirree Alii waliin marii’atan.
Obbo Diirree Alii Ityoophiyaatti abbaa…
Jilli naannoo Somaalee dhalattoota naannichaa Naayroobii jiraatan waliin mari’ate
Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC)-Jilli naannoo Somaalee hoogganaa Biiroo Invatsimaantii fi dhimmoota diyaaspooraa naannoo Somaalee obbo Abdussalaam Yusuufin durfamuu Naayroobiitti…
Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen haala fuula duraa sirna barnoota idil addunyaarratti…
Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC) Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen haala fuula duraa sirna barnoota idil addunyaarratti mari’achuu fi karoora baasuuf komiishini hundaa’ee walitti…
Naannoo Gambeellaa aanaa addaa Itaangitti meeshaan waraanaa seeraan aalaa too’atame
Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC ) –Naannoo Gambeellaa aanaa addaa Itaangitti meeshaan waraanaa seeraan aalaa too'atame.
Naannoo Gambeellaa Aanaa addaa Itaangitti namni…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 181 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 181 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun nama 4 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Ayyaanni Cuuphaa karaa nagaan kabajamuu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksiise
Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (FBC) – Poolisii fi ummanni qindoominaan hojjennaan rakkoon nageenyaa uumamu kan hin jiraanne ta'uu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksiiseera.
Poolisiin…
Ayyaanni Kataraa fi Cuuphaan karaa nagaan xumurame -Komishinii Poolisii magaalaa Finfinnee
Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (FBC ) – Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee Ayyaanni Kataraa fi Cuuphaan karaa nagaan xumuramuu beeksise.
Komishinichi ayyaanni Cuuphaa fi Kataraa karaa…