Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Meensoonni diyaaspooraa Ityoophiyaa Maaddii Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 27 taasisaan
Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC)- Meensoonni diyaaspooraa Ityoophiyaa Maaddii Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 27 taasisuu Ministeerri Dhimma Alaa ibseera.
Deeggarsicharratti kan…
Ijaarsi Daandii Konkiriitii Diichootoo – Maqa Gaalaafii – Balahoo xumuramuun tajaajila eegale
Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC ) – Ijaarsi Daandii Konkiriitii Diichootoo – Maqa Gaalaafii – Balahoo xumuramuun tajaajila eegaluu ibsameera.
Daandichi Km Meetira 78 kan dheeratu…
Manni marichaa muudama miseensaa boordii tajaajila oduu Ityoophiyaa raggasise
Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummata walga’ii idilee har’a gaggeessen muudama miseensaa boordii tajaajila oduu Ityoophiyaa raggasiseera.…
Naannoo ollaa Affaarii fi godina Addaa Saba Oromoo Amaaraatti nageenya waaraa fiduuf mariin…
Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC)- Naannoo ollaa Affaarii fi godina Addaa Saba Oromoo Amaaraatti walitti bu'iinsa muudate waaraan furuuf mariin magaalaa Samaraatti…
Tarminaalli konkolaattoota fe’umsaa gurguddoo Diichoottoo tajaajilaaf banaa ta’e
Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC ) – Tarminaalli konkolaattoota fe’umsaa gurguddoo Diichoottoo eebbifamuun tajaajilaa eegaluu ibsame.
Tarminaallichi lafa hektaara 12 irratti kan ijaarrame…
Meejar jeneraal Mahaammad Ishaa fi Birgaadeer jeneraal Mulgeetaa Barihee harka laatan
Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC ) – Hidhattoota humna juuntaa dursuun waraansisaa kan turan Meejar jeneraal Mahaammad Ishaa fi Birgaadeer jeneraal Mulgeetaa Barihee harka laataniiru.…
Mootummaan naannoo Oromiyaa raawwii baatii 6 gamaggaamaa jira
Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC ) -Mootummaan naannoo Oromiyaa raawwii baatii 6 gamaggaamaa jira.
Guyyaa har'aa bakka hoggansi olaanaa naannoo, godinaalee fi aanaalee…
Qaamoleen naannoo Tigraayitti deeggrsi namoomaa dhiyaachaa hin jiru jechaa jiran bu’aa siyaasaa…
Finfinnee ,Amajjii 13, 2013 (FBC ) - Qaamoleen naannoo Tigraayitti deeggrsi namoomaa dhiyaachaa hin jiru jechaa jiran bu’aa siyaasaa argachuuf ta’uu bulchaa olaanaan bulchiinsa yeroo…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 8ffaa bara hojii 6ffaa har’a ni gaggeessa
Finfinnee ,Amajjii 13, 2013 (FBC ) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 8ffaa bara hojii 6ffaa mana maree 5ffaa har’a ni gaggeessa jedhame.
Waltajjii kanaan dhimmoota…
Hojiin tola oltootaa hambaa dhaloota ammaa ta’ee kan tajaajiluudha-aadde Mufariyaat Kaamiil
Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa FDRI aadde Mufariyaat Kaamiil tola oltootaa Yuunvarsiitii Jigjigaa keessaatti leenji’aa jiran waliin mari’ataniiru.…