Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gaaffin hordoftoota amantaa Islaamaa deebi’uu gumichi beeksise
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Gaaffin hordoftoota amantaa Islaamaa Ityoophiyaa barootaf ture deebi'uu Gumiin Dhimma Islaamummaa Oromiyaa beeksise.
Gumichi har'a HoteelaIlilliitti…
Manni maree naannoo Tigraay filannoo gaggeessuuf murteesse
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Manni Maree naannoo Tigraay filannoo biyyaalessaa 6ffaa akka naannichaatti gaggeessuuf murteesse.
Manni Maree naannoo Tigraay yaa’ii…
Waliigalteen deeggarsa seeftineetii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 16 mallatteeffame
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Waliigalteen deeggarsa fayyadamtoota seeftineetii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 16 mallatteeffame.
Deeggarsichi lammiilee…
Naannoo Oromiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii ariitiin dabalaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 17 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Biiroon Eeggumsa Fayyaa naannoo Oromiyaa beeksise.…
Carraan 8100 A marsaa 3ffaa ba’e
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Carraan 8100 A marsaa 3ffaa ba'e.
Waajjira Mana Maree Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa Ijaarsa Hidha Haaromsaatin gaggeeffamaa kan ture carraan ergaa…
Namoonni 7 vaayrasichaan lubbuun isaanii darbe
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) –Qorannaa sa'aa 24 gaggeeffameen namoonni 245 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan…
Waliigalteen hojii hidhaa fi jallisii Kaaliid Dijoo Birrii biiliyoona 1.9 mallatteeffame
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Waliigalteen hojii proojaktii hidhaa fi jallisii Kaaliid Dijoo Birrii biiliyoona 1.9 ijaarramu mallatteeffame.
Proojaktichi naannoo Kibbaa…
Obbo Gadduun gitasaanii Kooriyaa Kibbaa waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw gitasaanii Kooriyaa Kibbaa Kaang Yuung Wuuhaa waliin bilbilaan mari'atan.
Hariiroo…
Liigiin dargaggoota Paartii Badhaadhinaa Finfinnee biqiltuu dhaabe
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Miseensonni liigii dargaggoota Paartii Badhaadhinaa Finfinnee biqiltuu dhaaban.
Dhaabbiin biqiltuu kunis kutaa bulchiinsa Nifaas Silk…
Fayyadamtummaa bishaaniirratti yaada Sudaan dhiyeessiterratti mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts fayyadamtummaa bishaaniirratti yaada Sudaan dhiyeessiterratti mari'atan.
Sudaan fayyadamtummaa bishaan laga…