Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 307 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 307 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 7 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa jijjiirrama teessoo fi naannoo filannoo naannolee fi bulchiinsa…
Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa filannoo marsaa 6ffaa biyyaalessaan walqabatee jijjiirrama teessoo fi naannoo filannoo naannolee fi bulchiinsa…
Preezdaant Saahilawarq Kaamaalaa Hariisiif ergaa gammachuu dabarsan
Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen seenaa Ameerikaatti dubartii hidda dhiigaa Afrikaa - Eeshyaa itti aantuu preezdaantii Ameerikaa taate Kaamaalaa…
Sudaan kiyyoo waraanaa qaama sadaffaan qophaa’eef dhiisuun, rakkinicha mariin furuuf qophii ta’uu…
Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC ) - Sudaan kiyyoo waraanaa qaama sadaffaan qophaa’eef dhiisuun, dhimma daangaa mariin furuuf qophii ta’uu akka qabdu Iitaamaajoorri waliigalaa…
Qorichoonni gatii Birrii miiliyoona 3 ol qaban gara Shireetti ergaman
Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC ) - Ejansiin Dhiyeessa Qorichaa Ityoophiyaa qorichoonni gatii Birrii miiliyoona 3 fi kuma 96 fi 657 qaban gara Shireetti ergamuu beeksiseera.…
Sudaan daangaa ishee cimsitee akka eegduuf malee lafa Ityoophiyaa akka qabatuuf eeyyama kan laate…
Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC ) - Ityoophiyaa fi Sudaan gidduu burjaajjiin jiru karaa nagaan akka furamuuf Ityoophiyaan ammas qophii ta’uu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa…
Ergamtoonni dhaabbii biyyoota miseensa Gamtaa Afrikaa walga’ii idile 41ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC)- Ergamtoonni dhaabbii biyyoota miseensa Gamtaa Afrikaa walga’ii idile 41ffaa viidiyoo konfiraansiin gaggeessaa jira.
Walgaa’ichi mata duree ‘ Afrikaa…
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa paartilee siyaasa galmee isaanii seeraan xumuraan mallattoo Paartii…
Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC ) - Boordiin Filannoo Biyyaalessaa paartilee siyaasa galmee isaanii seeraan xumuraan mallattoo Paartii isaanii bakka bu’uu akka galchaan dhaame.…
Sirni awwaalchaa Ambaasaaddar Dinbaruu Alamuu raawwatame
Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC ) - Sirni awwaalchaa Ambaasaaddar Dinbaruu Alamuu raawwatame.
Sirni awwaalchaa Ambaasaaddar Dinbaruu Alamuu magaalaa Finfnee Kolfeee bakka awwalchaa…
Waajjirri Muummee Ministira dhaabbilee proojektii ‘Maaddii Biyyaaf’ irratti hirmaachuun maallaqa…
Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC)- Waajjirri Muummee Ministira dhaabbilee proojektii ‘Maaddii Biyyaaf’ irratti hirmaachuun maallaqa galii taasisanii fi naga’ee erguun beeksisan…