Browsing Category
Oduu biyya keessaa
‘Dargaggoonni diinagdee biyyaa guddisuuf cimanii hojjechuu qabu’ Preezdaant Shimallis
Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (FBC ) – Dargaggoonni diinagdee biyyaa utubuuf cimanii hojjechuu qabu jedhan Preezdaantiin bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.…
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen preezdaantii Fiinlaand waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (FBC ) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen preezdaantii Fiinlaand Saa'uulii Niinistoo waliin bilbilaan mari'ataniiru.
Marii bu'aa qabeessa taasiisuu…
Ayyaanni Cuuphaa guutuu biyyattiitti sirnoota garaagaraan kabajame
Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (FBC ) – Ayyaanni Cuuphaa guutuu biyyattiitti kadhannaa, faaruu fi sirnoota garaagaraan kabajameera.
Ayyaannichi magaalotaa fi godinaalee Oromiyaa…
Preezdaant Saahilawarq ergaa ayyaana Cuuphaan baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (FBC ) – Preezdaantiin FDRI Saahilawrq Zawdeen hordooftoota amantaa kiristiyaanaa fi ummata Ityoophiyaa maraan baga Ayyaana Cuuphaan isin ga'e jedhaniiru.…
Shakkamtoonni Ayyaana Cuupharratti yakka raawwachuuf qophaa’aa turan to’ataman
Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (FBC ) – Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee Shakkamtoota Ayyaana Cuupharratti yakka raawwachuuf qophaa'aa turan to'achuu beeksise.
Komishiniin Poolisii…
Sirni Cuuphaa gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (FBC ) – Sirni kadhanaa ayyaana Cuuphaa fi Cuuphaan iddoolee Cuuphaan raawwatuutti gaggeeffame.
Yadannoo Iyyasuus Kiroostoos laga Yoordaanoositti Cuuphame…
Magaalaan Aksumii fi Shireetti tajaajilli elektirikaa eegale
Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (FBC ) – Magaalaa Adwaa dabalataan Aksumii fi Shireetti tajaajilli elektirikaa eegaluu Tajaajjilli Humna Elektirikii Ityoophiyaa beeksiseera.
Naannoo…
Komishiniin hoggansa sodaa balaa biyyaalessaa naannoo Tigraayitti deeggarsa taasiise
Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC ) – Komishiniin hoggansa sodaa balaa biyyaalessaa naannoo Tigraay Magaala Shiree fi naannoo isheetiif deeggarsa nyaata madaalawaa fi qorichoota adda addaa…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 351 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 351 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun nama 3 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa beekkamtii seeraa ABUT haquu beeksiise
Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC ) –Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa galmee paartilee siyaasaarratti murtoo dabarseen beekkamtii seeraa ABUT haquu beeksiise.
Boordiin Filannoo…