Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan biqiltuun biiliyoonan akka dhaabamu fakkeenya ta’aa jirti – Fooramii…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan biqiltuun biiliyoonan lakkaa'amu akka dhaabamu biyyootaf adda duree ta'aa jirti jedhe Fooramiin Diinagdee Addunyaa.
…
Karoora misoomaa waggaa 10 irratti mari’atame
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Karoora misoomaa waggaa 10 irratti Waajjira Muummee Ministiraatti mari'atame.
Marichi mata duree " Ityoophiyaa; fakkeenya badhaadhina"…
Miidhaan koorniyaa dubartii tokkorra ga’u dubartoota hundarra akka ga’eetti ilaallamuu qaba – Pr.…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) - Miidhaan koorniyaa dubartii tokkorra ga’u dubartoota hundarra akka ga’eetti ilaallamuu qaba jedhan Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee.
…
Obbo Gadduun Ityoophiyaatti ambaasaaddara Gamtaa Awrooppaa fi Saawdii Arabiyaa waliin…
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2012 (FBC) –Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw Ityoophiyaatti ambaasaaddara Gamtaa Awrooppaa waliin mari'atan.
Obbo Gadduun,…
Ityoophiyaanonni 250 Kuwetii gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanonni 250 Kuwetii gara biyyaa deebi'an.
Hoggansi Ministeera Dhimma Alaa fi Ministeera Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa FDRIBuufata Xiyyaaraa…
Eejansiin Nageenya Infoormeeshinii meeshaa qulqullina harkaa tuttuqqiirraa bilisa ta’e…
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2012 (FBC) – Eejansiin Nageenya Infoormeeshinii meeshaa qulqullina harkaa tuttuqqiirraa bilisa ta'e Waajjira Muummee Ministiraatif gumaache.
Meeshaan…
Ijaarsi tarminaala konkolaattota daangaa qaxxaamuranii eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2012 (FBC) –Ijaarsi tarminaala konkolaattota daangaa qaxxaamuranii naannoo Afaar aanaa Eliida'aar magaalaa Diich'ootootti eegalame.
Ijaarsi tarminaalichaa Birrii…
MM Dr Abiy hoggansa paartilee siyaasaa naannoo Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2012 (FBC) –Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoggansa paartilee siyaasaa naannoo Kibbaa keessa socho'an waliin mari'atan.
Caaseffama naannoo Kibbaarratti…
Qorannaa sa’aa 24tin namoonni 164 vaayrasii koroonaatin qabamaniiru
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2012 (FBC) –Qorannaa sa'aa 24 gaggeeffameen namoonni 164 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan…
Injiinar Taakkalaan tola ooltota waliin biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2012 (FBC) – Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan tola ooltota waliin biqiltuu dhaaban.
Sagantaan dhaabbii biqiltichaas mata dure ”…