Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaanoonni 336 Sawuud Arabiyaa irraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC) – Daa’imman 75 dabalatee Sawuud Arabiyaa jirataan kan turaa laammiileen Ityoophiyaa 336 gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera.…
Boordiin filannoo biyyaalessaa filannoo marsaa 6ffaa bara kan gaggeeffamu ilallachisuun qophii…
Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC) – Boordiin filannoo biyyaalessaa filannoo marsaa 6ffaa bara kan gaggeeffamu ilallachisuun qophii naannoleen taasisuun qaban ifa taasiseera.…
Miseensonni Paarlaamaa hojjettoota fi miseensootaa humna qilleensaa mari’achisan
Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC) – Miseensonni Paarlaamaa hojjettoota fi miseensootaa humna qilleensaa mari’achisan.
Miseensoonni koree dhaabbii dhimma nageenya fi walitti dhufeenya…
Aadde Adaanach Abeebee ergaa baga ayyaana Cuuphaa geessani dabarsan
Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee hordoftoota amantaa kiristaanaaf ergaa baga geessaani dabarsaniiru.
Aadde Adaanach…
Obbo Dammaqaan Mokonniin ergaa baga ayyaana Cuuphaa geessanii dabarsan
Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC) -Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonniin hordoftoota amataa Kiristaanaa maraan baga ayyaana Cuuphaan geessan…
Jilli obbo kibrasan Nagaash durfamuu bakkeewwan hawwata tuurizimii fi iddoo seenaa qabeessa godinaa…
Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC) – Jilli daayreektara misooma koomiishini tuurizimii Oromiyaa obbo kibrasan Nagaash durfamuu bakkeewwan hawwata tuurizimii fi iddoo seenaa qabeessa…
Aadde Loomiin ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC) – Afyaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoon hordoftoota amantaa kiristaanaaf ergaa baga geessaani dabarsaniiru.
Ergaa guutuun akka armaan…
Karaa seeraan alaa daddabarfamaa kan ture rasaasni kumni 4 fi 600 ol to’anna jala oole
Finfinnee, Amajjii 10. 2013 (FBC)- Karaa seeraan alaa daddabarfamaa kan ture rasaasni kumni 4 fi 600 ol to’annaa jala ooleera.
Rasaasni kunneen guyyaa kaleessaa magaalaa…
Itti aantoonnii preezdaantii naannolee ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC) – Itti aanaan Preezdaantii naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun hordoftoota amantaa Kiristiyaanaa maraaf ergaa baga…
MM Dr. Abiy Ahimad hordoftoota amantaa Kirstaanaa maraaf ergaa baga Ayyaana Cuuphaa geessanii…
Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC ) –Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hordoftoota amantaa Kirstaanaa maraaf ergaa baga Ayyaana Cuuphaa geessanii dabarsaniiru.
Ayyaana Cuuphaa…