Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Wixineen baajata 2013 Birrii biiliyoona dhibba 4 fi biiliyoona 76 mariidhaf dhiyaate
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2012 (FBC) –Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI walga'ii idileesaa 16ffaa gaggeesse.
Manni marichaa galma walga'ii Waajjira Muummee…
Ityoophiyaan marii Hidha Haaromsaa gaggeeffamaa jiru ilaalchisuun ejjennooshee ifoomsite
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan marii Hidha Haaromsaa gaggeeffamaa jiru ilaalchisuun ejjennooshee ifoomsite.
Mariin guutinsaa fi gadi lakkisa bishaaniirratti…
Dhiyeessii bishaanii fooyyesuuf Paamponni Bishaanii 34 naannoleef rabsaman
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2012 (FBC) –Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Iinarjii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf dhiyeessa Bishaanii fooyyesuuf Paampoota 34 Birrii miiliyoona 13 oliin…
Obbo Adam Faaraahin Af yaa’ii mana maree federeeshinii ta’uun filataman
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2012 (FBC) –Manni Maree Federeeshinii Obbo Adam Faaraahin Af yaa’ii Mana Maree Federeeshinii taasisuun filate.
Manni marichaa walga’ii guyyaa har’aa…
Weerarri vaayrasii koroonaa furmaata argachuu kan danda’u tarkaanfii waloo fi walta’iinsa idila…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2012 (FBC) –Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad fooramii diinagdee gamaaggamaa qabeenyaa fi kallattii guddinaa ‘online’n qophaa’erratti haasawa…
Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 1,859 ga’e
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2012 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoota 81 irratti vaayrasiin koroonaa kan argame yoo ta’u, lubbuun namoota 2 darbuu Biiroon Fayyaa…
Ityoophiyaatti namoonni miiliyoonni 16 ol deeggarsa namoomaa kan barbaadan ta’uu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namoonni miiliyoonni 16.5 deeggarsa namoomaa kan barbaadan ta’uu Ityoophiyaatti Waajjirri Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii beeksise.…
Guyyaan haguuggii afaanii fi funyaanii miiliyoona 5.5 oomishuuf hojjetamaa jiraachuu himame
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2012 (FBC) – Guyyaan haguuggii afaanii fi funyaanii miiliyoona 5.5 oomishuuf hojjetama jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksise.
Weerara…
Baankiin Misooma Afrikaa qorannoo bu’aa qabeessummaa proojaktii Baaburaa Ityoo – Sudaaniif…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2012 (FBC) – Boordiin daayreektooreetii Baankii Misooma Afrikaa qorannoo bu’aa qabeessummaa proojaktii Baaburaa Ityoo – Sudaan Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaraa…
Miidhaa dubartootaa fi daa’immanirra ga’u ittisuuf qindoominaan hojjechuu barbaachisa- Adaancha…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2012 (FBC) –Miidhaa dubartootaa fi daa’ímmanirra ga’u ittisuuf qindoominaan hojjechuun barbaachisaa ta’uu Haati Alangaa Waliigalaa aadde Adaanachi Abeebee ibsan.…