Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaant Saahilawarqi yaa’ii talaallii idila addunyaarratti hirmaatan
Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) –Preezdaant Saahilawarqi Zawdeen yaa’ii talaallii Muummeen Ministiraa Ingiliiz Booriis Joonsan waamanirratti hirmaataniiru.
Yaa’ii kanarratti…
Hoggantoonni mootummaa olaanoon naannoo Amaaraa fi Beeniishanguul Guumz magaalaa Bahaar Daaritti…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Hoggantoonni mootummaa olaanoon naannoo Amaaraa fi Beeniishanguul Guumz magaalaa Bahaar Daaritti mari’achaa jiru.
Hoggantoonn kunneen haala…
Trast Fandiin Ityoo[phiyaa meeshaalee birrii miiliyoona 40tti tilmaamamu deeggarsa taasise
Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Trast Fandiin Ityoophiyaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf kan oolu meeshaalee Birrii Miiliyoona 40tti tilmaamamu deeggarsa taasise.
…
Manneen barnootaa 90 keessatti qonni magaalaa eegalame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti manneen barnootaa 90 keessatti Qonni magaalaa eegalamuu ibsame.
Itti aanaa Kaantibaan magaalaa Finfinnee Injiinar…
Weerarri dhibee Covid -19 magaalaa Finfinneetti daraan hammaachuu himame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi namoota Covid -19 qabamanii 1343 ga’eera.
Magaalichaatti qorannaa laabraatoorii sa’aa 24 darbetti…
Obbo Gadduun Ambaasaaddara Sudaan Kibbaa waliin mari’tan
Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw ambaasaaddara Sudaan Kibbaa Jeemsi Moorgaan waliin mari’atan.
Sudaan Kibbaa dhimma…
Naannoo Oromiyaatti lakkoofsi namoota Covid -19 qabamanii 103 ga’eera
Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti lakkoofsi namoota Covid -19 qabamanii 103 ga’eera.
Naannichaa qorannaa laabraatoorii sa’aa 24 darbetti namoota 887 gaggeeffameen…
Ityoophiyaatti Dabalataan Namoota 169 Irratti Vaayrasiin Koroonaa Argame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 169 irratti vaayrasiin koroonaa argamu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Ministeerri Fayyaa FDRI akka beeksisetti sa’aa…
Hidhaan haaroomsaa fedhii bishaanii Gibts waliin walitti hin bu’u
Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Hidhaan haaroomsaa fedhii bishaani Gibts waliin kan walitti hin buune ta’uu Chaayinaan ni hubatti jedhan Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan.
…
Dhiiga arjoomuun cimee itti fufuu akka qabu waamichi dhiyaate
Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Tattaaffii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasifamu cinaatti dhiiga arjoomuun cimee itti fufuu akka qabu waamichi dhiyaate.
Tattaaffii…