Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Filannoo waliin walqabatee yakkoota rawwatamuu danda’an qorachuuf qophiin taasifamaa jira – Abbaa…
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)- Filannoo waliin walqabatee yakkoota raawwatamuu danda’an qorachuu qophiin taasifamaa jiraachuu Abbaan Alangaa Waligalaa Federaala beeksise.
Seera…
Manni maree naannoo Kibbaa muudama garagaraa laate
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)- Manni marichaa duraan bakka bu’ummaan hojjechaa kan turan muudama hoggantoota olaanoo ragga’eera.
Manni maree naannoo Kibbaa yaa’ii ariifachiisaa…
Hoospitaalli waliigalaa Kombolchaa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 78n ijaarame eebbifame
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)- Naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaa aanaa Kombolchaatti Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 78n kan ijaarame Hoospitaalli waliigalaa Kombolchaa…
Baankiin Addunyaa Ityoophiyaatti hojii dameewwan teeknooloojii fi innooveeshinii eegalaman deeggaruu…
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)- Hooggantoonni Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Ityoophiyaatti jila daayreektara Baankii Addunyaa Oosmaan Diyoon waliin mari’ataniiru.…
Ayyaanoonni Kataraa fi Cuuphaa nagaan akka kabajamuuf qophiin xumuramee gara hojiitti galamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)-Ayyaanoonni Kataraa fi Cuuphaa bara kana nagaan akka kabajamuuf qophiisaa xumuree gara hojiitti galuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksise.…
Filannoo dhufuuf hanqinnii fi ciminni naannolee hundaa adda ba’uu ibsame
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)-Filannoo marsaa 6ffaa rakkoon nageenyaa akka hin muudanneef ammarraa eegalee qophiin taasifamaa jiraachuu ibsameera.
Karooraa filannoo naannolee fi…
Jilli daayreektara Komishinii Tuurizimii Oromiyaa obbo Kibrasan Nagaashiin durfamu godina Jimmaatti…
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC) - Jilli daayreektara Komishinii Tuurizimii Oromiyaa obbo Kibrasan Nagaashiin durfamu godina Jimmaatti daawwannaa hojii misoomaa Bunaa aanaa Cooccoo, Kattaa…
Ityoophiyaa fi Turkii jijjiirraa daldala gidduusaanii jiru Doolaraa biiliyoona 1 qaqqabsisuuf…
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)-Ityoophiyaa fi Turkii jijjiirraa daldalaa giddusaanii jiru Doolaraa Ameerikaa biiliyoona 1 qaqqabsisuuf waliigalteerra ga’uu beeksisan.
Bakka…
Jilli Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa Godina Jimmaatti Aanaa Geeraa fi Qarsaatti hojiilee oomisha…
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)- Jilli Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa Godina Jimmaatti Aanaa Geeraa fi Qarsaatti hojiilee oomisha qonnaa daawwachuun qaamolee hawaasaa waliin mari’atee…
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Torbee 7ffaan Jimmaa Abbaa Jifaar injifatame
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC) - Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Torbee 7ffaan har’a gaggeeffameen Jimmaa Abbaa Jifaar Qidduus Giyoorsgisiin injifatame.
Tapha…